04/01/2022
# Godina booranaa aanaa dhaasti leenjiin lafa dheedumsa oggeeyyii misooma gandaatif keenama jira Dabalataan leenjiin ptc 3 irraa koree nama 21 hirmachise hubannon gabaabaan oggeeyyiin kenama jira.
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Galma Duba, Government Organization, Borbor, Borbor.
04/01/2022
# Godina booranaa aanaa dhaasti leenjiin lafa dheedumsa oggeeyyii misooma gandaatif keenama jira Dabalataan leenjiin ptc 3 irraa koree nama 21 hirmachise hubannon gabaabaan oggeeyyiin kenama jira.
27/12/2021
Oduu Gammachiisa!!
barnoota
👉 Hojjatoota misooma aanaa dhaas hundaf carran barnoota digirii jalqabaa sagantaa bonaa dhufe waan jiruuf guyya Sadii (3) keessatti dhuftan akka galmeefatn isaan beeksifna
Ulaagaa galmee
1. Adabbii namuusa kan hin qabnee ykn yeroo adabbii namuusa isaa kan xumure ykn kan xumurte.
2. maddallii ga'umsa ogguma (COC) level 1-4 kan milkaa'ee ta'u qaba.
3. Tajaajila hojii waggaa tokko fi isaa olii kan qabu ykn qabdu.
4. Ogguma woli hin fakkannee jijjiiruun hin danda'amu fkn animal health gara plant sciencetti jijjiiruun hin danda'amu.
👉Gosa barnoota
1.Animal health nama 1
2.Animal science nama 1
3.Plant science nama 1
4.Natural resource nama 1
Woligalan nama 4
Iddoon galmee wajjira qonnaa aanaa dhaas kuta humna namaa ( kutaa 3ffa)