Abdiisaa Naaf Tolii

  • Home
  • Abdiisaa Naaf Tolii
Website

Abdiisaa Naaf Tolii Baraa Bilisummaa

03/11/2026

Jawar irraa wanti baay'ee natti tolu tokko Sense of humor isaati. Dandeettiin qoosaa hubachuu, deebisee qoosuu isaa adduma. Politician-ota heddu yeroo isaan fuula dukkaneessanii, nyaara guuranii qofa mediatti bahan argina.. But Jawar's sense of humor is on another level😂.
Otoo Jawaar akka namoota tokko tokko yeroo arrabsamu, qeeqamutti kolfuu dhiisee namoota isa arrabsan sana adamsee hiisisa ta'ee, Lakkofsi hidhamtoota sanaa kan warra isa jaalatanii bira darba ture😁.

Jaarsa Araadaa tana. Jawar Mohammed 🫡

02/11/2026
 ====================Bilxiginnaan magaalaa Adaamaa diiginsa manaa marsaa biraa jalqabdee jirti. Gocha abaaramaa kana umm...
02/11/2026


====================
Bilxiginnaan magaalaa Adaamaa diiginsa manaa marsaa biraa jalqabdee jirti. Gocha abaaramaa kana ummanni walirratti dhiisuu hin qabu. Adeemsi kun ummata rakkoon jireenyaa mataa yaabe badduu baasuudha. Gocha tooftaa saamichaafi farra ummataa ta'e kana waloon ofirraa dhorkuun barbaachisaadha.

Naaftolii Page irrahii!

02/11/2026
  Gara Galgalaa! Hoteela Duraan Jijjigaa Hoteel jedhani  maqaa itti moggafaatan Ijoolleen Booranaa fi Gadaa Koommandoon ...
30/10/2026

Gara Galgalaa!

Hoteela Duraan Jijjigaa Hoteel jedhani maqaa itti moggafaatan Ijoolleen Booranaa fi Gadaa Koommandoon walii tahuun too'annoo jala oolchuun maqaa Hoteela gara Oromiyaa Hoteelitti jijjiiruun Alaabaa teenya irratti mirmirsaa Oolaniiru.
Akkasi boo ❤✊

JUMMAA MUBAARAK 🤎✌️
30/10/2026

JUMMAA MUBAARAK 🤎✌️

28/10/2026

Wanni Jawar jechaa jiru tun yoo dhugaa tahe Oromoon tun Addunyaa tana balleessite waan akkanaa Draamaa warra cakkaanyotaa qofa keessattin arge. Nama keenyatu Nama Ofii irratti waan akkanaa godha jedhee hin yaadun ture. garuu miskiinticha san maal irraa argatuuf kana hunda irratti hojjatti? dhimmi kun hatattamaan Qaama Seeraatin qoratamee abbaan badii qabu seeraaf dhihaatuu qaba. kuni akkamiin callifama jarana?

Namni kutaa 10 kudhanitti baruumsa kufee biyyarraa badee biyya arabaa ture tokko,Ani Ameerikaafi Australia’ttin Digrii Doktorummaa speeshaalitii Onnee fudhadhe jechuun odeessifatee, obboleessa keenya Miskiinticha Ahmed Gishee kan digrii mastarummaatuu lama qabu Nama keessaa galchitee,akkana gooti? Maaluma irraa balleesse? tarii saba kana gooteef qabdi taha.
👉Garuu Ahmed Namootatti himataa ture jedhan. subahaanallah Aboo addunyaaf jettanii obboleeyyan keessanirratti daba akka kanaa kana hin raawwatinaa. Mee barreeffamuma Jawar kana dubbisaa ammallee waan inni gaafatuutu jira warri beeytan himaafii.

Ilaalaa ummataa oromoo kun   Fi   sitti hin fakkatin Kun meeshaa ittin uummata keenna waraana jirani  . Ummanni  Oromoo ...
28/10/2026

Ilaalaa ummataa oromoo kun Fi sitti hin fakkatin Kun meeshaa ittin uummata keenna waraana jirani . Ummanni Oromoo Hangaftiicha keenyaa Booranaa wajjiin dhabbachuu qaba.

odeefannoo qabatamaa yeroo yeroon argachuuf Fulaa Facebook Naaftolii Page Follow gochuun hordoofa.

Akka hubannoo kiyyaatti yaada yaadaan mormuun rakkoo miti. Ilaalcha siyaasaa walii waliif kabajuufi adda addummaa yaadaa...
28/10/2026

Akka hubannoo kiyyaatti yaada yaadaan mormuun rakkoo miti. Ilaalcha siyaasaa walii waliif kabajuufi adda addummaa yaadaa irratti waliin mormuun amala siyaasaati. Kun itti fufuu qaba. Garuu, arrabsoofi jibbiinsi fiixeetti ba'e hafuu qaba. Fayyoon akkuma jedhe Arrabsoo Jawar Mohammed dhaabuu murteeffachuufi waan kana duraa irratti dhiifama gaafachuun gaariidha.

Immoo waan wal qeeqnuufi ilaalcha faallaa qabnuuf du'a walii jaalanna jechuu miti. Siyaasa keessatti wal faallaa dhaabbachuun, du'a waliif hawwuu miti. Yaadaan wal bira dhaabbachuun miira namummaa hongaa'uu jechuu miti. Ilaachi gaafa inni jiru qaaqxee gaafa du'e, nagaa boqodhu jettaa jedhu hafuu qaba. Ammamuu haa hammaatuu, namni du'a walii gammadu hin jiru. Yoo jiraate immoo miira namummaa hin qabu.

Akka Fayyisaan jedheyyuu abbaa dura du'u waaqatu beeka. Garuu, du'aan wal hawwuun hafuu qaba.

Odeefannoo qabatamaa yeroo yeroon argachuuf Fulaa Facebook Naaftolii Page Follow gochuun hordoofaa.

Address

Addis Ababa

0000

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abdiisaa Naaf Tolii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Want your organization to be the top-listed government service?

Share