13/11/2025
boba'aan karaa seeraan alaa Finfinnee irraa karaa seeraan alaa garaa Magaala keenyaa seena ture hordooffii qaamoolee nageenyaa magaala keenyaa to'atamaam jira.
Informations de contact, plan et itinéraire, formulaire de contact, heures d'ouverture, services, évaluations, photos, vidéos et annonces de Waajjira Daldalaa Bulchiinsa Magaalaa Amboo - Ambo City Trade Office, Membre du gouvernement, https://maps. app. goo. gl/YK1NQkUheAqVSBZy 8, Ambo.
13/11/2025
boba'aan karaa seeraan alaa Finfinnee irraa karaa seeraan alaa garaa Magaala keenyaa seena ture hordooffii qaamoolee nageenyaa magaala keenyaa to'atamaam jira.
07/10/2025
jalaa bultii leenjii intarpiriinarshippii daldaltoota buleeyyii fi haara
24/09/2025
walitti hidhaaminsaa Gabaa ilaalchisee
omishaa muuzii Aanaa bakkoo Tibee wajjiin gaggeeffame suuraan kana fakkaata
24/09/2025
waajjira daldala bulchiinsa magaala amboo hojii tola ooltummaan mana harkaa qalleeyyii sadarkaa magaala hojjaacha jiru kan Abba warra 3f ta'uu fi maatii 13 ta'u ijaarsisa jiru sadarkaa kana irra geenya jira.
koominikeeshinii bulchiinsaa magaala amboo