Kurfa Chele Roads and Logistics Office

Kurfa Chele Roads and Logistics Office

Partager

Daandiin Bu'ura Bu'uraalee Misoomaati! Daandiin Barnoota! Daandiin Fayyaadha! Daandiin Qonna! Daandi

03/01/2026

Roobni waqtiisaa hineegganne jiraachuu waan danda’uuf midhaan ga’e sassaabamuu akka qabu Inistitiyuutiin Metirooloojii Biyyoolessaa beksise.

Kutaalee qonna Gannaan beekaman tokko tokkotti roobni waqtiisaa hineegganneefi hammaan xiqqaa ta’e roobuu waan danda’uuf omisha ga’e yeroon sassaabuun akka barbaachisu Inistitiyuutiin Mitiwoorolojii Biyyaalessaa Itoophiyaa beeksise.

Inistitiyuutichi hanga guyyoota jalqabaa ji’a Amajjiitti naannawawwan qonna Gannaan beekamaniifi omishni sassaabamaa jirutti haala qilleensaa gogaa ta’etu eegama.

Iddoowwan qonna gannaan misooman murtaa’anitti ammoo keessattuu guyyoota xumuraa ji’a Muddeefi guyyoota jalqabaa ji’a Amajjiitti darbee darbee roobni xiqqaan yeroosaa hineegganne jiraachuu akka danda’u eerameera.

Roobni yeroo malee kun omisharratti miidhaa akka hinuumne omishaalee ga’an hatattamaan sassaabuun akka barbaachisu inistitiyuutichi hubachiiseera.

Roobni waqtiisaa hineeggatiin kun Wallagga Bahaa, Horroo Guduruu Wallaggaa, Jimma, Buunnoo Beddellee, Arsii, Arsii Lixaa, Baale, Harargee Lixaa, Shawaa Lixaa, Shawaa Kibba Lixaa akkasumas godinaalee Naannoo Itoophiyaa Kibba Lixaatti roobni waqtiisaa hineeggatiin roobuu akka danda’u beeksiseera.

Photos from Oromia Bureau Of Agriculture/Biiroo Qonnaa Oromiyaa's post 03/01/2026
29/08/2025
Photos from ‎Hamiltan TV قناة هملتن‎'s post 29/08/2025
Photos from FMC Afaan Oromoo's post 29/08/2025
Photos from Shimelis Abdisa's post 29/08/2025
21/11/2024

‘Faannoofi Shaneen humna badii addaa addaa ta'anis ergamnisaanii garuu tokkodha. Gocha suukaneessaa Faannoofi Shaneen qindoominaan raawwataniin obbolummaa ummattootaa diiguufi ergama badii milkeessuun hin danda’amu’ – Dr Laggasee Tulluu

Kallacha Oromiyaa: Sadaasa 12/2017- Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dr Laggasee Tulluu ergaa toora miidiyaa hawaasummaasaaniitiin dabarsaniin Faannoofi Shaneen humna badii garaa garaa ta’anis ergamnisaanii garuu tokkodha jedhaniiru.

Gocha suukaneessaa Faannoofi Shaneen qindoominaan raawwataniin obbolummaa ummattootaa diiguufi ergama badii milkeessuun hin danda’amu jedhaniiru.

Vous voulez que votre entreprise soit Service Du Gouvernement la plus cotée à Democratic Republic of the ?

Cliquez ici pour réclamer votre Listage Commercial.

Adresse


Kurfa Chele_Oromia
Democratic Republic Of The
1000