Ofiif boonya yaa !
Atillee obbaafattetta
Dhiphinaafi gidiraa
Kabajaan dhaqxee teessa
Gootota akka kee bira!
Lubbuun kee qulqullittiin
Yoo bakka dhugaa geessu
Gidiraa dachee Oromoo
Hin agartu - hin dhageessu!
Ajjeechaatti shaakallee
Du’aa - kolfuutti kaane
Ofiif boonya Battee koo
Kan warra ‘araamuu’ taane!
Ganama ‘RIP’ jenna
Galgala sirbi jenna!
Qaaliin nu keessaa harca’e
Qe’een onaa nu ta’e…
Bullee dhugaa hin gaafannu
Duunee gumaa hin baafannu!
Atillee haara-galfatta
Bakka dhugaa dhaabattee
Kan bor waan taanu hin beekne
Ofiif boonya yaa Battee!
By Letea Kenei
Dirree Marii
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dirree Marii, Social service, Bole, Finfinnee, .
10/04/2024
Maal baasuf dhama raasu, jedha Oromoon!
09/04/2024
Eid Mubarek!!
=Oduu Ammee‼️=
Dukkanaa'uun Aduu kan dhaabbanni qorannoo Ameerkaa NASA'n dubbachaa ture amma dhugoomee jira. Yeroo ammaa dukkanaa'uun Aduu (Solar Eclipse total) Ilaalchi teleskooppii NASA’n guutummaatti soolaarii Aduun akka Meeksikoo, Ameerikaa fi Kanaadaa keessatti mudateera! Aduun guutumatti dukkanoofte jirti. Akka NASA'n jadhutti kun kan uumame yeroo Jiini Aduufi dachee gidduu dabaruudha jachuun ibsee jira. Miidiyaalee gurguddaa akka amma tamsaasa kallattii dukkanaa'uu Aduu Meeksikoo, Ameerikaa fi Kanaadaatti mudate dabarsaa jiru!
Kiristaanotaaf Garuu waanti kun haaraa miti sagaleen waaqayyoo akkas jedhee dubbateera. (Hojii Ergamootaa 2 )
------------
20 guyyaan gooftaa inni guddaanii fi dinqisiisaan utuu hin dhufin,aduun dukkanatti, jiinis dhiigatti in geddaramti.
21 Maqaa gooftaa kan waammatu hundumtinuu immoo in oola' jedhe.
👉Utuu Yeroon jiruu Gara isa oolchuu dandahu Gara waaqayyootti haa baqannu..Yesuusiin fayyisaa lubbuu keenyaa godhannee haa fudhannu.
የዒድ አልፈጥር በዓል ረቡዕ ነው።
ዛሬ የሸዋል ወር ጨረቃ አልታየችም ፤ በመሆኑም የዒድ አልፈጥር በዓል ረቡዕ ይከበራል።
ነገ ማክሰኞ የረመዷን #የመጨረሻው ሰላሳኛ ቀን ይሆናል።
Dirree Marii follow gochuun simadhaa.
Haa mari'annu!
