Qabsoo Bilisummaa

Qabsoo Bilisummaa

Share

Injifannoon Kan Abbaa dhugaati

30/04/2023

ta'eef fedha Oromoo guutuu.
hin taane imalli akka itti fufetti jira.
Jaallan! ❤️💚❤️

29/04/2023

Uummata Oromoo qaaliwwan koo.
Yaada keessaniin maal jettu isin WBOn yoo mootummaa Ethiopia waliin araarame, hikkatee gala moo akkam jettu isin?
oromoo hunda akka dhaqqabuuf hiriyoota keef qoodi ergaa kana

30/11/2020

#⃣ Ijoolleen Oromoo jirtuu!
Ilmaan Abbaa gadaa!
Barri Bara Bilisummaati
Dhagaadha warri jettan like tuqaa!

20/11/2020

Oromoof Oromiyaan hiree ishee murteeffachuuf ykn Bilisummaa dhugaa gonfachuuf maal gochuu qabdi? Yaada keessan kaawwadhaa.

Qabsoo Bilisummaa Send a message to learn more

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Finfinne
Addis Ababa
2560