Adugna Kesso AduBoru/430

Adugna Kesso AduBoru/430

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Adugna Kesso AduBoru/430, Addis Ababa.

NEVER GIVE UP ;DON'T CRY BEFORE YOU TRY🧗🏼‍♂️"I prefer LIBERTY with danger than PEACE with Slavery" Jean-Jacques Rousseaus
"If we are true to our selves,We are not be false to anyone"William Shakespeare.Kallacha QBO,ABO.Oromiyaan Haa Lattu ❤💚❤!

28/05/2026

❤💚❤

Photos from Sagalee Bilisummaa Oromoo's post 27/05/2026
Photos from Adugna Kesso AduBoru/430's post 27/05/2026

Qab -irratti😼

Korommii Salaalee Jirra 😍
ABO waliin gara fuulduraa!

27/05/2026

ABO filadhaa
Nagaa,Bilsummmaa argadhaa😍

27/05/2026

Ajab boru "filannoo Diimookiraatawaa mirga filuu fi filatamuu " jedhukaa

Kuni Goodina Horroo Guduruu Wallaggaa Shaambuutti akka ummanni kadhiimamtoota waliin hin deemne yeroo ABO duula na filadhaa taasisaa jiru ta'ii agarsiisuudha.

maaltu beeka nagaa warra kaadhimamtootaa tiksuufis ta'aa😁

25/05/2026

Ummata ABO onnee isaanii keessatti kudhaammate akkana isaan beekna.
HARARGEE😍

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa