17/01/2026
Oduu Ammee : Master Abinet Kebede Yaalii Biyya Keessatti Ji'a 1f Taasisaa Ture Xumuruun Guyyaa Har'aa Yaalii Dabalataa Argachuuf Gara Biyya Alaatti Imalee Akka Jiru Beksisee Jira. Master Abinet Kebede Yeroo Buufata Xiyyaaraa Gahutti Tik Tookaroonni Biyya Keessa Gurguddoon Akkasuma Maatiin Isaa Ijoollee Isaa Dabalatee Boohichaan Gaggeessanii Jiru. Gaggeessaa Miira Keessa Nama Galchu Kan Master Abinet Kebedef Buufata Xiyyaaratti Taasifame Asii Gadii Daawwachuun Waliif Qoodaa. 👇
Gaggeessaa Master Abinet Kebede Yaaliif Biyya Alatti – Capital
AppsBusinessMusicOduuOnline JobsTech Gaggeessaa Master Abinet Kebede Yaaliif Biyya Alatti January 17, 2026 Admin8 All Language Translator App! Whether you’re traveling, learning a new language, or communicating internationally, this app is your perfect companion for translating text, voice, and ph...
07/01/2026
♣︎.AKKAMIITTI BIIZINAASII KEESSA SEENUU DANDEENYA.?
Biizinaasii jeechuun maalii.? Namni tokko, matii tokko madda galii godhate, hojatee, ifaajjiifi, humna isaan of jirachiisuu hundii biizinaasii jedhamaa. /Employee, Self Employed, Business Owner and Investors/ of keessaa qaba.
《》¤《》.Biizinaasii jalqabuun dura karoora dhimmoota ilaalamuu qaban. Yaada biizinaasii bilchaataa qabaachuu, Beekumsaa fi dandeettii qabachuu,Gabaa fi fedhii jiru qorachuu, Baasii ittin jalqaban, Dorgomii, bakka biizinaasii filachuu fi humnaa nama teeknooloojii fayadamuu.addaan bafaachun isaa duraati.
《》¤《》Qarshii qabaachuuf hojjachuun dirqama, hojjachuuf ammoo dandeettiif tooftaan barbachisaadha.
《》¤《》'Biizinasii tokko hojjachuuf tooftaalee torbaan faana kanaa hordoofnan ni milkofta wantaa barbadde hojjachufiis haraa siitti hinta'uu【7】:dubbiisi darbii
【1】Iccitii itti namaa waliin hojjettu malee iccitii hojii keetii gonkumaa namaaf hin himin!
【2】Waan si harka hin geenye abdattee hin gammadin, yoo dhabde ni miidhamta.
【3】Hojii gosa tokko qofa hojjechuun bakka yaadde hin geessu, waan dandeessu hundaa hojjedhuu!
【4】Waan xiqqoo hojjatteen mul'achuuf hin hariifatin.
¤.yeroon ofii isaatiyyu siimulliisuuf qoraatee ni dhufaa waan ta'eef
【5】Akkuma atii mul'achuuf barbaadde yeroon immoo kan mull'iisuuf jiiruu barbadee mull'isa.
【6】Wantii yeroo isaatti mull'aate deebihee hin dhokaatu waan ta'eef.
【7】yeroon dhoksuufiis mull'iisuufiis qulfii mataa isaa qaba.
Waan dubbistaniif galatoomaa.
comment naf tasisaa hiriyyoottan keessan biiran naaf gaha.
martuu.
.com.
23/11/2025
Ilmii namaa waan atii gooteefiin osoo hin taane waan atii gochuufi dadhaabdeen si yaadata. ♥️
24/10/2025
Big thanks to Sabontuu Italaa Shawaa
for all of your support! Congrats for being top fans on a streak 🔥!
26/09/2025
Big thanks to Sabontuu Italaa Shawaa
for all of your support! Congrats for being top fans on a streak 🔥!