Birmadu kinati olf

Birmadu kinati olf

Share

Oromoon hammaa yoomitti garboomaa?

01/08/2023
20/03/2021

Kun darbamee...

02/03/2021

Maal goona hinuma obsina
Yoo rabbii jedhee dhugaa
Bartokkoo manatti galchiinaa
Kankeenya kan saanii godhatu
Dhugaa dubbannan biyyaa kanaa
Safuudha lubbuu galaafatuu
Bareengaddaa yoonallee lubbun jirtaf adawaan keenyaa
Hin fudhatanii isaanoo
Waan goonu dhabnee teenyaa
Lubbuun kee haa jannatu
Malee maal goona
yaa hacee keenyaa😭😭😭😭😭

07/02/2021

WBO KOOπŸ’πŸ’šπŸ’
Haqaa qabeessaa
Ati Abbaa dhugaa
Kanumaaf joorta
Qorraaf aduu dhugaa
Yoomiyyuu sin hawwa nagaa
Simalee hin jaalladhu
Maaltu dhufagaa?

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Love Jesus
Addis Ababa