Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Hamballaa Waamannaa

Waajjira Bulchiinsaa Aanaa Hamballaa Waamannaa

Share

Government

Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 13/06/2025
30/05/2025


==============================
👉🏼✨️Biyya nagaa fi tokkummaa qabu ijaaruun misooma waaraa fi tasgabbii mirkaneessuu.

👉🏼✨️Dimokraasii dhugaa fi hirmaannaa ummataa irratti hundaa’e diriirsuu, mirga namoomaa fi bilisummaa lammiilee eeguu fi kabachiisuu.

👉🏼✨️Misooma diinagdee haqa qabeessa ta’e cimsuu, carraa hojii uumuu fi hanqina galii furuuf sochii cimaa gochuu.

👉🏼✨️Bulchiinsa gaarii, itti gaafatamummaa fi iftoomina mirkaneessuu, mala qabeenya uummatni sirnaan itti fayyadamuu danda'u diriirsuu.

👉🏼✨️Mirgaafi carraa walqixa saboota, sablammoota fi ummattoota maraaf mirkaneessuu fi walqixxummaa dhugoomsuu.

👉🏼✨️Dargaggootaa fi dubartoota dandeettii qaban onnachiisu, jabeessuu, carraa hoggansa keessatti hirmaachisuu fi faayidaa isaanii tiksuu/eeguu.

👉🏼✨️Teknooloojii fi innovaashinii fayyadamuun guddina saffisaa fi babal’ataa fiduu.

👉🏼✨️Muuxannoo, aadaa fi seenaa sabaafi sablammoota kabajuu fi dagaagsuu fa'adha.

07/05/2025

Naggaadichi gaaffii ogeeyyii fayyaa butee bilaasha godhe.
***********************
Ogummaan fayyaa siyaasaa ol. Ogummaan fayyaa nameenyummaa dha. Naggaadichi dhimma kana guyyaa tokkotti si'a 64 post godhe. Jala deemtotni isaas akkasuma.

Gaaffii ogeeyyii kanaa siyaasa ree***nfa isaan wal bira qabe‼️

Amma dhimmichi gaaffii ogeeyyii fayyaarra darbee kan daldaaltota siyaasaa ta'e. Kun ammoo ogeeyyii rifaasise‼️

Hawaasa isaan kabaju biratti salphina uumuuf jiru tilmaamani‼️

Ogeeyyiin fayyaa Gaazaa utuu Israa'el boombii waaqaarraa itti roobsituu miindaa hin gaafanne‼️

Fayyaa eeguun namummaadha‼️

Jawaariin hordofuun gowwummaadha‼️

03/05/2025

Homtuu Itoophiyaa Hin Danda'u!
= = = = = = = = = = = = = = = = = =

Biyya keenya Itoophiyaa humni danda'u dachee kana irra samii jala hin jiru. Humna Ida’ama sabootafi jabinaa hooggansa muummee keenyaan biyyi keenyi Itoophiyaan karaa hundanuu ni dursitti! Shira diinoota alaafi Fardeen isaanii warra biyya keessa taa’ani ergama hammina Itoophiyaa irratti raawwachuuf yaalan darbite biyyi keenya daandii jijjirama eegalte injifannoodhaan itti fufti! Baandoonni biyya keessa harma haadha isaanii ciniinu baraan lagafi gandaan wal ijaarani saboota gidduutti garaagarummaa uumuuf yaaliinis tokkummaan uummattoota Itoophiyaa kan yeroo kamiyyuu caalaa jabaatee, shira diinoota kuma gatii malee hambiseera.

Abbaan malaa tokkummaa uummattoota biyya kanaa obbolummaa irratti waan ijaareef ajandaan baandoota diigamaa, karoorri imala badhaadhinaa milkaa'aa jira.

19/04/2025

‎Dhimmi Dr Lammaa Magarsaa waliin wal-qabatee dhaan bocamee miidiyaa hawaasaa irra naanna'aa jiru barbaadanii uummata burjaajessuu fi yoo isaaniif milkaa'e immoo / kaasuuf yaaluudha.wanti miidiyaa hawaasaa kana gubbaa socho'aa jirus qaama diraamaa kanaati.

‎Dr Lammaa Magarsaa tiif kabajaa fi ulfina Oromummaa onnee irraa madde qabnaaf.haa ta'uutii diraamaa siyaasaa maqaa isaanii dayeeffatee dalagamu garuu fudhatama hin qabu.Siyaasa shiraa fi dulloomaa yeroon irra-darbeen biyya tasgabbii dhoogguuf yaaluun safartuu kamiinuu fudhatama hin qabu.maqaa namaatiin siyaasa daldaluunis hin danda'amu.

‎ !!

17/04/2025

Oromoo qalaa Oromoo kamiin bilisa baasta yaa shanee?!

Waan Shaneen Oromoo goote abiddi gaara, qottoon muka hin goone.Shaneen Oromoon bilisa baasa jettee Oromoo qalti, kaayyoottan ciche jettee ilmoo Oromoo, dubartii Oromoo, maanguddoo Oromoo, ayyaantuu Oromoo salphisaa oolti.Haroo Limmuutti Madaa barabaraa ta'ee kan jiraatu Shaneen qotee bulaa Oromoo miskiina akka barsiitti haamte fiixee garajabummaasheen nutti mul'ifte😭.kana akkuma dhumaatii aanoolee fi calanqoo sirni nafxanyaan Oromoo duguugdetti, akkuma wayyaaneen qomoo keenya Bishooftuutti ajjefte, gochaa shaneen Haroo Limmuutti saba keenya irratti raawwatte baraanuu yaadataa, balaaleffataa jiraanna.eega ajjesaan haamilee maaliitiin bilisa baasaa ta'uu danda'aree?


16/04/2025

Dippiloomaasii Itoophiyaa madaaluttu ijaaramaa jira!

Dhimmoota ijoo MM. Dr Abiy Ahimed xiyyooffannoo kennuun hojjechuun milkii raajeffachiisaa itti galmeesse keessaa dippiloomaasiin ijoodhaaf hangafa. MM. Dr. Abiy Ahimed ifaajjee biyya irree dippiloomaasii jabaa gabbifatte ijaaruuf qabu daranuu jabeessuun amma Eeshiyaa Veetnaamitti argama.turtii kanaanis hariiroowwan gar_lamee maqaaf ulfina biyya keenyaa boqonnaa ol_aanutti ceesisu akka dalagu shakkiin hin jirtu.keenya muummichi dippiloomaasii Itoophiyaa madaalu ijaaraa jira, galatoomi Abbichuu keenya!.

15/04/2025

Galaanni diimaan Itoophiyaaf ni mala ‼
= == = = = = =
Halaa argamana ( geography)dhaan Itoophiyaa fi galaanaa diimaa ulaagaan ittiin gargar basuu dandeenyuu hin jiru! Galaanni diimaa xiin-sammuu uummata keenya waliin hidhata seeraa fi seenaa kan qabu qabeenya uumamaan arganeedha! Siyaaysni galaanaa diimaa dhimma murteessa nageenya gaanfa Afiriikaa fi guddina waloo Itoophiyaan biyyoota bahaa Afiriikaafi addunyaa waliin taasiftuuf hulaa kan saaquudha.

Assab qabeenya keenya jaarraaf itti fayyadama turree ta’u seerri idle addunyaas ni beeka, nutis bareechine beekna! Biyya guddo dinagdee cima ijaara jirtuufi uummata miliyoonaa dhibba ol qabdutti karra cufani nagaati jiraachuun hin yaadamu! Mirga fi birmadummaa biyya kamiyyu osoo hin dhiibbiin seenaa fi seeraa hordofnee hiree galaana diimaa irra qabnu murteeffachuuf uummanni Itoophiyaa miliyoonni 130 wal-duukaa hiriiiruuf ni dirqama.

14/04/2025

በአማራ ህዝብ ስም እንታገላለን የሚሉ የሰፈር አለቆች በጥቅም እና በስልጣን ጥማት እርስ በእርስ የተባሉ ይገኛሉ። ይህ የጽንፈኛዉ ቡድን ገና ከጅምሩ በሶስት ተከፍሎ የተመሰረተ ሲሆን፤ አሁን ስንጥቁ ሰፍቶ እርስ በእርሱ ጦር የሚዘማመት፤ እርስ በእርስ በሴራ የሚተላለቅ መሆኑ የአደባባይ ሚስጢር ከሆነ ቆየ።

ከሰሞኑ ደሞ ሌላ የዚህን ቡድን ልዩነት የሚያሰፋ በአማራ ህዝብም ላይ ትልቅ መከራን ሊያመጣ የሚችል ክስተት ተፈጥሯል።

በዚህ ክስተት ምክኒያት የዚህ ጽንፈኛ ቡድን #ልዩነቶችን እየሳፋ የመጣበት ምክንያት ከህወሓት ጋር እንሰራለም አንሰራም በሚለዉ ሲሆን ይህም ልዩነት በከፍተኛ ሁኔታ ሰፍቶ አመራሮችን ማሳደድ የጀመሩበት ደረጃ ደርሰዋል።

ባሳለፍነዉ ሳምንትም በደቡብ ጎንደር ሲንቀሳቀስ የነበረውን በፋኖ ከፍያለው ደሴ የሚመራውን ቡድን የዘመነ ካሴ ታጣቂዎች እራሱን ፋኖ ከፍያለው ደሴን ጨምሮ መደምሰሳቸዉ የዚህ ክፍፍል አንዱ መዘዝ ነዉ።

12/04/2025

ልዩ መረጃ
የፀረ ሰላም ሃይሉ መሪ ከፍያለው ደሴ በገዛ ጓደኛው ሃብቴ ወልዴ በአሰቃቂ ሁኔታ መገደሉ ተሰምቷል!

ምንም እንኳን የፀረ ሰላም ሃይሉ ጃውሳ በአማራ ህዝብ ስም የሚምል ቢሆንም ቡድኑ እንኳን ለአማራ ህዝብ ይቅርና ለገዛ ታጣቂው የማይሆን የአረመኔዎች ስብሰብ መሆኑን ከንዴም ሁለቴ አስመስክሯል። ሰሞኑንም በደረጀ እና በሃብቴ መካከል የተነሳዉን ጦርነት ተከትሎ ከፍያለው ደሴ የተባለ የደረጀ ምክትል በሃብቴ ወልዴ መገሉ ተሰምቷል። በዚህም ከፍያለውን በህይወት የያዙት የሃብቴ ወልዴ ታጣቂዎች በሃብቴ ትዕዛዝ አሰቃቂ በሆነ ሁኔታ እንደገደሉት ለማወቅ ተችሏል። እንደደረሰን መረጃ ከሆነ ከፍያለው ደሴ ተሰቅሎነው የተገደለው። እንግዲህ ለገዛ ታጣቂው ያላዘነ ቡድን ነው ስለአማራ ህዝብ ለማውራት እና ለህዝቡ እንደሚታገል ሊያስረዳን የሚፍጨረጨረው!

የሆነው ሆኖ ሰዎቹ ከተደበቁበት ጉድጓድ ሳይወጡ ተገዳድለው አለቁኮ😀

07/04/2025

Ce'umsa Damee Qonnaa!
Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaa fi oomishtummaa guddisuudhaan diinagdee biyyaa ceesisuuf hojjataa jira.
Jilli Pirezidaanti Shimallis Abdiisaatiin durfamu, imala ceehumsa damee Qonnaa milkeessuuf kan tumsu meeshaalee Qonnaa ammayyaa uummataaf dabarsanii kennuuf Arsii Lixaatti argamu.

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

West Guji Zone Hambella Wamena Woreda
Addis Ababa