Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ

Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ

Share

Waaqayyoo tiksee kooti.!.

Photos from Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ's post 12/04/2026

dhimmi isaa ilaallatuf hundaaf...
telecom
Ethiopian Electric Utility -የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት
Komii ummataa Aannaa manchoo gandootaa baadiyyaa keessaatuu safata barodo bartolo f.k.k.taan dhimma ciccituu ibsaafi tajaajilli neetworkii dadhabaa ta'uu ilaalchisee

Jimmaa Aanaa Manchoo Gandoota magaalaa fi baadiyyaa
hunda keessatti sababa ciccituu tajaajila ibsaa fi tajaajilli networkii dadhabaa ta'een jiraattonni magaalaa fi baadiyyaa keessa jiraatan rakkoo diinagdeef hawaasummaatiif saaxilamaa kan jiran ta'uu fi qaamni dhimmi kun ilaallatu yeroo gabaabaa keessa furmaata akka kennu kabajan gaafanna.

#ለሚመለከተው ባለስልጣን
ኢትዮ ቴሌኮም
የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት -የኢትዮጵያ ኤሌክትሪክ አገልግሎት
ስለ መብራት መቆራረጥ እና ደካማ የኔትወርክ አገልግሎቶች የህዝብ ቅሬታ::

#በጅማ ክፍለ ሀገር ማንቾ ወረዳ በከተማ እና በገጠር አካባቢዎች የሚኖሩ ነዋሪዎች በሁሉም የከተማ እና የገጠር መንደሮች ውስጥ በኤሌክትሪክ መቆራረጥ እና ደካማ የኔትወርክ አገልግሎቶች ምክንያት ኢኮኖሚያዊ እና ማህበራዊ ችግሮች እያጋጠሟቸው ነው። የሚመለከታቸው ባለስልጣናት በተቻለ ፍጥነት መፍትሄ እንዲሰጡን በአክብሮት እንጠይቃለን።

the relevant authority
Ethio Telecom
Ethiopian Electric Utility -Ethiopian Electric Utility
Public complaints about power outages and poor network services.

Zone Mencho District Residents in urban and rural areas are facing economic and social problems due to power outages and poor network services in all urban and rural villages. we respectfully request the concerned authorities to provide a solution as soon as possible.

10/04/2026
Photos from Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ's post 25/01/2026

Naf guddaadhuu
Happy birty day my lijj..👈
🎉🎉🎉🎊🎊
🎉🎉🎉🎊🎊
🎉🎉🎉🎊🎊
💝💝 💝💝
💝🍡🍡💝🍡🍡💝
💝 🍡🍡🍡🍡🍡 💝
💝 Miss you! 💝
💝🍡🍡🍡💝
💝🍡💝
💝
🍰🍦 🍥🍡
🍧🍬🍬🍨🍬🍬🍇
🍨🍬 ጣፋጭ 🍬🍦
🍰🍬🍬🍬🍬🍬🍧
🍥🍬🍬🍬🍰
🍡🍬🍧
🍇

10/01/2026

Africa’s Biggest Airport: Bishoftu ✈️

From vision to reality! Bishoftu International Airport is set to redefine African aviation — a mega hub built for the future, connecting Ethiopia to the world like never before.

Construction officially began on January 10, 2026.
Phase 1 will handle 60M passengers/year, with an ultimate capacity of 110M, making it Africa’s largest airport.

The sky is not the limit — it’s just the beginning! 🚀

Photos from Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ's post 10/01/2026

Ethiopian Airlines Group has officially commenced the construction of Bishoftu International Airport. The construction begun today, January 10, 2026, following an official groundbreaking ceremony. The historic event was graced by His Excellency Dr. Abiy Ahmed, the Prime Minister of the Federal Democratic Republic of Ethiopia, ministers, high level government officials, industry leaders, stakeholders, and Ethiopian Airlines Executives.

07/01/2026

Ayyaana gaari...
መልካም በዓል
፩.ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለብርሃነ ልደቱ በሠላም አደረሳችሁ!!
በዓሉ የሰላም እና የደስታ እንዲሆንላችሁ እንመኛለሁ

04/01/2026

Naf Jiraadhuu....
Si Walin Jiraa.👈
Kab. Bulchaa Aannaa Manchoo Obboo Fadil kalid A/Foggii

03/01/2026

Dhimma Veeninzuweelaa irraa maal baranna?

✍️Biyyoonni Dantaa biyyooleessaa isaanii mirkaneessuuf filannoo waraanaa akka fudhatanu

✍️Imala badhaadhinaa jalqabne tokkummaan tumsinee milkeessuun irree diinagdee cimaa fi irree humna waraanaa akkasummas raayyaa ittisa biyyaa teknooloojii ammayyaa hidhate qabaachuun wabii birmadummaa biyyaa ta'uu fi dhimmi international law and order jedhu dhimma waraqaa irra jiru malee qabatamaan gatii dhabuusaa

✍️Dippiloomaasiin madaalawaan biyyi keenya warra dhihaas warra bahaa wajjinis osoo gartummaa hin qabatin qabatin dantaa biyyooleessaa keenya qofa giddu galeessa godhatee gaggeefamaa jiruu fi poolisii haajaa alaa biyya keenyaa ta'uun sirrii fi biyyi keenya daandii sirriirra jiraachuu kan mul'isu ta'uu.

✍️Biyyoonni Ollaa dantaa biyyaaleessaa keenyaaf danqaa bu'uura maleessa tarkaanfachiisaa jiranu filannoon nagayaa keenye 5nan yoo hin fudhanne dantaa biyyooleessaa keenya kabachiisuuf filannoon 6ffaan waraanaan mirkaneeffachuu akka jiru hubachuu qabu kan jedhu

✍️Xannachi mataa keenyarra jiru kunis kana beekee carraa akkanaa jalaa miliquuf malachuun filannoo nageenyaa biyyi keenya dhiheessitte hatattamaan hojiirra oolchuu akka qabu, yoo dides opireeshiniin "Delta red sea operation" Barcumarra jiraachuu

✍️Dantaan biyyooleessaa keenyaaf wanti godhamu hundi sirrii ta'uusaa

✍️Filannoon 6ffaanis jiraachuu isaa.........

19/10/2025

Yooyyaa Nagaa
Bultaani ..Sanbaata gaarii Issinif haa taa'u....!

Photos from Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ's post 02/10/2025

Breaking
CONGRATULATIONS .🌹.
my Ethiopia Yene
Calub, Somali Region, we inaugurate the first phase of the Ogaden Liquified Natural Gas Project, with an annual production capacity of 111 million liters. At the same time, we launch the second phase, which will add a capacity of 1.33 billion liters per year. Beyond liquified natural gas, this facility also contributes significantly to energy generation, with a production capacity of

Photos from Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ's post 02/10/2025

Gulantaan mindaa hojjattoota mootummaa haaraan ifoomeera.
Fulbaana 22/2018
Komishinarri Komishinii Siviil Sarviisii Federaalaa Makuriyaa Hayilee(Dr.) akka ibsanitti, fooyya'insi mindaa hojjattoota mootummaatiif taasifame baatii Fulbaanaa kanarraa eegalee hojiirra ni oola jedhaan

Gulantaan mindaa Komishinichi ifoomse akka armaan.gadiitti dhiyaateera.

Photos from Andualem Taye _አንዷዓላም ታዬ's post 26/09/2025

#በሀገር ውስጥና በመላው ዓለም ለምትገኙ የክርስትና እምነት ተከታይ ኢትዮጵያውያን ወገኖች በሙሉ እንኳን ለብርሃነ መስቀሉ በስላም አደረሳችሁ።
*************************
መልካም በዓል።
ኢትዮጵያ ለዘላለም ትኑር!
#ፍቅር ያሸንፋል!
***************************
k𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚊𝚏𝚒 A𝚍𝚞𝚗𝚢𝚊𝚊 H𝚞𝚗𝚍𝚊𝚊 I𝚛𝚛𝚊𝚊 K𝚊𝚗 J𝚒𝚛𝚝𝚊𝚊𝚗 H𝚘𝚛𝚍𝚘𝚘𝚏𝚝𝚝𝚘𝚝𝚊 A𝚖𝚊𝚊𝚗𝚝𝚊𝚊 O𝚛𝚝𝚘𝚍𝚘𝚘𝚔𝚜 T𝚎𝚠𝚊𝚊𝚑𝚒𝚍𝚘𝚘 K𝚊𝚗 T𝚊𝚊𝚝𝚊𝚗 Maatiwwaan WaaQayyoo H𝚞𝚗𝚍𝚒𝚒 K𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚊𝚗 𝙢𝙤𝙤𝙩𝙩𝙞 𝙖𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣𝙣𝙖 K𝚊𝚗 T𝚊𝚊'𝚎𝚎 A𝚢𝚢𝚊𝚊𝚗𝚗𝚊𝚊 M𝚊𝚜𝚚𝚊𝚊𝚕𝚊 B𝚊𝚐𝚊𝚊 G𝚎𝚎𝚜𝚜𝚊𝚊𝚗 I𝚜𝚜𝚒𝚒𝚗𝚒𝚗 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚊𝚊
16/1/2018 ...ዓ.ም
Addis Abbaba...Ethiopia

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Addis Ababa