08/02/2026
ኤርትራ ሰራዊቷን በአስቸኳይ ከግዛቴ ታስወጣ ስትል ኢትዮጵያ ጠየቀች
---------
የኤርትራ ሰራዊት የኢትዮጵያን ሉአላዊ ግዛት በመጣስ በሰሜን ምስራቅ አቅጣጫ ግልጽ ወረራ ፈጽሞብኛል ሲል የኢፌዲሪ የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር ገለጸ።
በውጭ ጉዳይ ሚኒስትሩ ጌዲዮን ጢሞቲዮስ (ዶ/ር) የተጻፈውና ለኤርትራው የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ኦስማን ሳላህ በተላከው በዚህ ደብዳቤ፣ የኤርትራ ሰራዊት የኢትዮጵያን ሉአላዊ ግዛት በመጣስ በሰሜን ምስራቅ አቅጣጫ ግልጽ ወረራ መፈጸሙንና እዛ ከሚገኙ በደብዳቤው ላይ በስም ካልተጠቀሱ ታጣቂዎች ጋር ወታደራዊ እንቅስቃሴ እያደረገ እንደሚገኝ በደብዳቤው ጠቅሷል።
"የሁለቱን ሀገራት የጋራ ብሔራዊ ጥቅምን ባስከበረ መልኩ በላቀ የመከባበር ስሜት ለመመካከር ዝግጁ ነን" ያለው የውጭ ጉዳይ ሚኒስትሩ ደብዳቤ፣ አሁን በኤርትራ በኩል የተከፈተው ትንኮሳ ግን በምንም መመዘኛ ቅቡልነት የሌለው መሆኑን በማብራራት "ኤርትራ ሰራዊቷን በአስቸኳይ እንድታስወጣና ለሰላማዊ ድርድር ዝግጁ እንድትሆን በይፋ እንጠይቃለን" ሲል በአጽንኦት ይጠይቃል።
ለግማሽ ምዕተ አመት ያህል ሁለቱም አገራት በማያባራ ግጭት ላይ እንደኖሩ የሚያብራራው ደብዳቤው ይህ አይነቱ የግጭት አዙሪት በውይይትና በዲፕሎማሲያዊ ጥረት እልባት ሊያገኝ የሚችልበት እድል እንዳለ በመግለጽ በኤርትራ በኩል በጎ ምላሽ ከተገኘ የኢትዮጵያ መንግስት ልዩነቶችን በሰላማዊ ድርድር ለመፍታት ዝግጁ መሆኑን ያብራራል።
በኤርትራ መንግስት በኩል እስካሁን ለዚህ ደብዳቤ የተሰጠ ይፋዊ ምላሽ የለም።
31/01/2026
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD) Kibxata dhufu Mana Marii Bakka Bu’oota Uummataatiif gabaasa ni dhiheessu
Ministirri Muummee Abiyyi Ahimad (PhD), Kibxata dhufu, Amajjii 26, bara 2018 gabaasa raawwii hojii mootummaa isaanii kan ji’oota jahaa Mana Marii Bakka Bu’oota Uummataatiif akka dhiheessan Manni Marichaa beeksiseera.
Walga’ii idilee 13ffaa Mana Marichaa irratti kan dhihaatu gabaasni kun, raawwii hojiiwwan gurguddoo misoomaa fi siyaasaa bara baajataa kana walakkaa waggaa keessatti karoorfaman irratti xiyyeeffata jedhameera.
Ministirri Muummee gaaffiilee miseensonni mana marichaa gaaffataniif ibsaa fi deebii ni kennu jedhameet eeggama.
Caayaa OR
25/01/2026
Maatiyaas Kuunyaa goolii ajaa'ibsiisaa galche!
Arsenaal 2 - 3 Maanchiister Yunaayitid
25/01/2026
Mikeel Meriinoo goolii 2'ffaa Arsenaal galche!
OBN Cyber media Amajjii 17/2018
Daqiiqaa 83 irratti Arsenaal, Maanchiister Yunaayitid irratti goolii galchuun qixa ta'an. Taphichi xumuramuuf daqiiqaa muraasa qofatu hafe. Eenyuutu tapha kana injifata jettu?
Arsenaal 2 - 2 Maanchiister Yunaayitid
06/01/2026
HAPPY MARRY CHRISTMAS !
Caayaa OR
Sagalee Sabaati!
29/12/2025
Akkuma Somaaliilaand ofiin kan of bulchitu Taayiwaan Chaayinaa irraa akka adda bahuun beekamtii argachuu barbaaddi.
Chaayinaan shaakala waraanaa guddaa qarqara Taayiwaanitti gaggeessaa jirti. Waraana banuun of jalatti deebistii?
Caayaa OR
22/12/2025
Yooyyaa!
Caayaan torbaan kana Aanaalee keessumattuu rakkoolee manca'uu bosonaa irratti xiyyeeffata!
Caayaa OR
Sagalee Sabaati!