First-Africa Then-World

First-Africa Then-World

Share

Once you replace negative thoughts with positive ones, you'll start having positive results.

Photos from First-Africa Then-World's post 08/09/2025

Drop of Tears !

Photos from First-Africa Then-World's post 08/09/2025

Guba irraa agarsiisa Dronii

08/09/2025

Baga gammanne.

25/09/2024

Carraaqqiin keenya bu’aa akka argamsiisu argineerra. Yoo jabaannee sagaleen akka nu hin dhaabne milkii laga Abbayyaatiin arginee jirra. Milkaa'inni biraa Galaana Diimaa irratti mul'achaa jira. Milkaa'inni biroos itti aanee ni argama.

07/08/2024

Unity is power

Photos from First-Africa Then-World's post 29/07/2024

Itiyoophiyaan waggaatti hanga $3billion (export) al-ergii kan gootu yoo ta’u, waggaatti $23 (import) galti. Hanqinni daldalaa(Trade deficit) $20 dha. Baankiin Biyyoolessaa Itiyoophiyaa akka tilmaamutti sharafa alaa Doolaara biiliyoona 3 kan qabdu yoo ta’u, diinagdeen ishee doolaara biiliyoona 23 argamsiiseera. Amma ammoo doolaara biiliyoona 20 dinagdeen maddisiise kana karaa seeraa keessa lafa qabachiisuun barbaachisadha.
Akka yaada kiyyaatti murteen mootummaa sirridha, garuu rakkoo hin fidu jechuu hin danda'u, Waggaa tokkoo fi lamaaf gabaan kun jijjiirama xixiqqoo sharafa alaa irratti fiduu danda'a, garuu sana booda 100% jijjirama fiduu dandeenya. biyyi keenya dinagdee tasgabbaa’aa akka qabaattus mirkanneessa.

23/07/2024

Itoophiyaan karaa dargaggootashee fuulduratti yaadaniin abdii qabdi. Sagantaan 'Coders' miliyoona 5 har'a ifatti jalqabne carraa guddaadha. Dargaggoonni sagantichaan galmaa'uudhaan akka ogummaa argataniifi waraqaa ragaa idil-addunyaa akka fudhatan hundumtuu akka jajjabeessun dhaama.

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa