Waajjira Daldalaa fi Misooma Gabaa Aanaa Dawwee Harawaa

Waajjira Daldalaa fi Misooma Gabaa Aanaa Dawwee Harawaa

Share

Mul'ata: "Bara 2022tti Misooma Daldalaa fi Gabaa Haqa Qabeessaa fi Dorgomaa Ta'e Arguudha"!!

Photos from Waajjira Paartii Badhaadhina Aanaa Dawwee Harawaa's post 02/05/2026
24/04/2026

የንግዱ ማህበረሰብ ባለበት ሆኖ የኦንላይን ንግድ ምዝገባና ፈቃድ አገልግሎትን እንዴት መጠቀም ይችላል?

ሚያዚያ 16፣ 2018 ዓ.ም ቡታጅራ

የንግዱ ማህበረሰብ ባለበት ሆኖ በበይነ መረብ አድራሻ https://etrade.gov.et ላይ የንግድ ምዝገባና ፈቃድ አገልግሎት ለማግኘት የሚከተሉትን ዝርዝር ቅድመ ሁኔታዎች መከተል ይኖርበታል።

• ከዚህ ቀደም ያልተመዘገቡ ከሆነ ይመዝገቡ የሚለውን ቁልፍ በመጫን የግብር ከፋይ መለያ ቁጥርዎን በማስገባት ይመዝገቡ

• ይግቡ በሚለው ቁልፍ ገብተው የግብር ከፋይ መለያ ቁጥርዎትን እና የይለፍ ቃልዎን ያስገቡ

• ሲስተሙ የሚጠይቅዎትን መረጃ ይጫኑ (መታወቂያ፣ ፎቶግራፍ ....)

• የሚፈልጉትን አገልግሎት ይምረጡ

• በመረጡት አገልግሎት ላይ የተለያዩ የመጠየቁ ቅጾችን ይሞላሉ

• አስፈላጊ ሰነዶችን በማያያዝ ጥያቄዎትን ይላኩ

• የአገልግሎት ሰጪ ቡድናችን ጥያቄዎን ተመልክተው ትክክለኛ ጥያቄ ከሆነ ያፀድቃሉ ካልሆነ ግን ምክንያቱን ለእርስዎ በመላክ ውድቅ ይደርጋሉ

• ጥያቄዎ ተቀባይነት ሲያገኝ ክፍያ እንዲፈጽሙ በስልክዎ አጭር መልክት የክፍያ ትዕዛዝ ቁጥር በ872 ይላክሎታል

• በማንኛውም የንግድ ባንክ የክፍያ አገልግሎት ክፍያ መፈጸም ይችላሉ

• ክፍያዎን ከፈጸሙ በኋላ ሰርተፊኬት ተዘጋጅቶ ይላክልዎታል ፣ ሰነዱን በሲስተም ገብተው ማተም ይችላሉ፡፡

19/04/2026

Big shout out to my newest top fans! Aliy Mohammed Hussen

18/04/2026
Photos from Ethiopian Ministry of Trade and Regional Integration's post 18/04/2026
Photos from Waajjira Daldalaa fi Misooma Gabaa Aanaa Dawwee Harawaa's post 17/04/2026

Ulaan Hormuuz dooniiwwan daldalaa hundaaf baname

Ebla 9, 2018 (FMC)
Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa'elii fi Libaanos gidduutti taasifame hordofee Ulaan Hormuuz dooniiwwan daldalaa hundaaf banamuu Iraan beeksisteetti.

Ministirri Dhimma Alaa Iraan Abbaas Aragaachii akka dubbatanitti, waliigalteen dhukaasa dhaabuu hanga hojiirra oolaa jirutti dooniin daldalaa kamuu ulaa Hormuuziin darbuu danda'a.

Iraan sarara murteessaa bob'aan irra darbu kana banuu hordofee gatiin boba'aa %11'n gadi bu'uu NBC'n gabaaseera.

Isiraa'elii fi Libaanos jaarsummaa Ameerikaan guyyaa 10'f dhukaasa dhaabuuf waliigaluun isaanii ni beekama.

Isiraa'el, Ameerikaa fi Iraan gidduutti waliigaltee dhukaasa dhaabuu warawaa irra ga'uuf mari'atamaa akka jirus himameera.

Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaaldi Tiraampi miidiyaa hawaasummaa isaanii irratti ergaa barreessaniin, Iraan ulaa Hormuuz guutummaatti banuu ishee ibsanii, murtii kanaaf galata dhiyeessaniiru.

Photos from Aliy Mohammed Husene's post 24/05/2024

Inispeekshinii Mirkaneessa Qulqullina Barnootaa Caasaa Barnootaaf Kennamee Jira.

/2016
Godina Saba Oromoo Aanaa Dawwee Harawaa Waajjira Barnootaatti,Qopheessummaa Mana Maree Aanaa Keenyaatiin Leenjiin Mirkaneessa Qulqullina Barnootaa Oggeessota Barnootaa,Supparvaayizaroota,Hoggantoora Manneen Barnootaa fi Qindeessitoota Koree Inispeekshinii Manneen Barnootaaf Guyyaa Har'aa Kennamaa Oolee jira.

Dabalataanis Mata duree "Hoggansa Barnootaa fi Tooftaa Hoggansaa" jedhu irrattis Leenjiin Ijaarsa Dandeettii Laatamee jira.

■ Qulqullina Barnootaa mirkaneessuuf Qabxii Bu'uuraa Sadan kana Beekuu fi Hojii irra Oolchuun barbaachisaadha.Isaanis:-

1) Dhiyeessa (Input)
2) Adeemsa (Proccess)
3) Bu'aa (Out put)

1) Dhiheessa:-
●Barataa Barnootaaf Qophaa'aa ta'e,
●Barsiisaa gahumsa qabu,
●Sirna barnootaa gahumsa irratti hundaa'ee qophaa'e,
●Manneen Barnootaa istaandardii guutan,
●Hoggansa gahumsa qabuufi
●Qabeenya M/B,(humna namaa gahaa qabuufi galii keessoo gahaa fikkf

2) Adeemsa:-
~Adeemsi baruu-barsiisuu dhiyeessa argaman haalaan itti fayyadamuu fi
~Mala baruu- barsiisuu gahumsa irratti hundaa'een fayyadamuu,
~Qooda fudhattoota barnootaa, maatii barattootaa,hawaasa, qaamolee mootummaa fi GMBB hirmaachisuu,
~Qoodiinsa daree- barataa adeemsa baruu- barsiisuuf mijataa ta'e uumuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf daandii sirrii agarsiisuu ta'a.

3)Bu'aa:- Bu'uurri 3ffaan bu'aa yoo ta'u,
fi Carraaqqiin Sadarkaan goonu hundi kan madaalamu Bu'aa argameeni.Kunis
■Dubbisuu,
■Barreessuufi
■Shallaguu barattootaa irratti hojjachuun gahumsa uumamee fi

■Qormaata Daree, Naannoonoo fi Biyyoolessaa irratti Qabxii (bu'aa) Barattootni galmeessanidha.
Qabxiilee Sadan Eeraman Milkeessuuf immoo Sirni Deeggarsaa fi Hordoffii Utubaadha.

galatti,Dhalootni Haaraan Barnoota Qulqullina qabu akka argatan,Gahumsa itti horuun,Sadarkaa Addunyaatti dorgomtoota ta'anii akka bahaniifi Barnoonni Afaanii,Saayinsii fi Teeknooloojii har'a kenninu murteessaadha.

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Addis Ababa