Bulchiinsa Magaalaa Caancoo

Bulchiinsa Magaalaa Caancoo

Share

Government Organization

Photos from Bulchiinsa Magaalaa Caancoo's post 31/07/2025

Shaawaa Kaabaa Magaalaa Caancootti mata duree "Dhaabuun Bayyanachuu" jedhuun dhaabbatu bakka hawaasni Magaalaa Caancoo , hoggansi, hojjettoonni mootummaa hedduun argamanitti eegalamee jira.

Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 22/04/2025
01/04/2025
Photos from Komunikeshinii Shawaa Kaabaa's post 28/03/2025
Photos from Bulchiinsa Magaalaa Caancoo's post 18/03/2025



π–πšπšππšπšπ«π«πšπš π‡πšπ§π πš π€πšππžπŸπŸπšπ§π§πšπšπ­π­π’!

Shawaa Kaabaa Bulchiinsa Magaalaa Caancootti Koreen Dhaabbii Mana Maree Aanaa Sulultaa fi Magaalaa Caancoo hojiiwwan misoomaa Imala Badhaadhinaa Milkeessuuf Hojiiwwan hojjatamaan daawwataniiru.

Jilli Itti gaafatamtuu Af-yaa’ii Aanaa Sulultaa, magaalaa caancoo Masreeshaa Tashoomaa Fi Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Caancoo Obbo Ashannafii Zawuduu tiin durfamu hojiiwwan bu’uuraalee misoomaa bajata mootummaa fi hirmaannaa ummataatiin magaalichatti hojjetamaa jiran daawwataniiru.

Daawwannaa isaanii keessatti hojiiwwan misoomaa akka Ijaarsa abba Darbii G+4, Ijaarsa Mana bu'uuraa Boru, Ijaarsa Konkolaataa, Inisheetiivii Kilaastara Carraa hojii uumuu, Ijaarsa Dallaa galma Bulchiinsa Magaalaa fi kanneen biroo Daawwataniiru.

Imala badhaadhinaa dhugoomsuuf hojiiwwan misoomaa hojjetaman fayyadamummaa ummataa bu’a qabeessa akka ta’uuf xiiqii fi kutannoon eegalame cime itti fufu akka qabu fi Injifannoon diinagdee, siyaasaa fi hawaasummaa Paartii Badhaadinaan eggalamee fayyadamummaa ummataa akka magaalichaatti mirkaneessuuf hojii hojjetamaa jiruuf agarsiiftuu ta’uu Bulchiinsa Magaalaa Caancoo ibsaniiru.

Koreen Dhaabbii Mana Maree Aanaa Sulultaa fi Bulchiinsa Magaalaa Caancoo piroojektii fedhii ummata guutuuf hojjatama jiru ta'u Daawwannaa pirojektoota gurguddoo baajata mootummaa hojjetaman fi hirmaannaa ummataa badhaadhina waliigalaa mirkaneessuuf hojii bu’a qabeessa ta’e hojjetamaa jiru kan mul’isu ta’uu ibsaniiru.

Kana malees, pirojektoota hojjatama jiran jajjabeessuu hanqinaafi cimina jiru madaaluun Pirojektoonni gosa garagaraa magaalaa keessa tti eegalaman qulqullinaa fi guyyoota qabamaan keessatti akka xumuramuuf to’annoo fi hordoffiin barbaachisaa ta’e akka raawwatamu koreen dhaabbii beeksiseera.

Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Caancoo obbo Ashannafii Zawuduu akka jedhanitti pirojektoonni fi Inisheetiiviwwaan bara kana Karoorfamaan

Photos from Prosperity Party - α‰₯αˆα…αŒαŠ“'s post 13/03/2025
Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Address

Saris
Addis Ababa