The oromoo daily

The oromoo daily

Share

Politician!!

29/09/2025

Waamicha Nagaa!
-
Kabajamoo Oogganaa ABO_WBO Obbo Milliyoon Dirribaa (Aka Jaal marroo). Yeroo kamuu caalaa yeroon kun yeroo itti Lammiinkoo Oromoon nagaa barbaadudha. Lolli qawwee nagaa booressa; lammii doofummaatti hambisa. Sababakeefi sababa walitti bu'insa dura bu'aa Paartii Bilxiginnaa Abiy Ahmed Alin lammiin keenya Oromoo wallaggaa godina 4n waggaa 7n darbaniif dukkanaaf gadda keessummeessee hinbeekne keessummeesseera. Dhalataan iddoo guddaaf eegamu barnootarraa addaan citeera; qotee bulaan dur qotee dilbii dhaabu har'a kadhataa ta'ee qe'eerraa buqqaafamee daandiirratti galeera; namni wal awwaallachuu dadhabeera; dararaan jechaan hin ibsamne marti raawwatameera. ...

Kanaafuu, lola gama qawwee kana akka sinbaafneefi yoomuu gara injifannootti hinceene atis beekta; humnakees beekta; humna isa siin mormuus beekta. Kanaafuu, daandii Nagaa filachuun qabsoo kana baadiyyaarraa magaalaatti deebisaa. Qabsoo qawweerraa gara qabsoo siyaasaatti cehaa. Handhuura biyyattiitti walitti qabamaati yaadaan walfalaxaa; dmookiraasii dagaagsaa; yoo wareegamtanillee uummata keessaniif dubbataa magaalaa Finfinnee keessaatti wareegamaa malee akka bosonuu laga keessa wal ariyaa irbaata allaattii wal hintaasisiinaa.

Obbo miliyoon, Qabsoon haalaaf baraa wajjiin adeema. Qabsoon ati itti jirtu daandii qabsoo injifannoo akka hintaane waggaa 7 guutuun barruukoon sitti hime. Qe'ee abbaakeetti deebi'iiti obboleessakee Shimelis Abdisa faana hojjedhu. Wal hintuffatiinaa. Oromiyaan isin mitiiti Afriikaa guutuu iyyuu nigeessi. Nagaa dhabdanii nagaa nudhowwitan malee waan dhabne hinqabnu. Daandii nagaa filadhu. Daldalli Warqee Gambeellaaf Wallaggaa sitti haahafu. Sabakee siif wayya.

Qabsoo kanatti atis ta'e maatiinkee aarsaa jajjabduu kaffalaniiru. Sun haalamuu hindanda'u. Qabsoo keessaatti waa hunda akka barbaadanitti hinargatan. Kaan bulfatanii tarsiimoon irratti hojjetaa dhaloota dhaalchisan.

Dhaabbanniko ati daandii nagaa falatte jennaan qaama dhimmisaa ilaallatu kan akka Adane

19/09/2025

Duubaan dhaqee ifaa sirreessuu laata?

29/08/2025

ብሄራዊ ዘተን ምርድዳእን👇
ብሄራዊ ዘተን ምርድዳእን " ብዝብል ናብ ቤት ምኽሪ ቀሪቡ ስልጣኑ ዘይፀደቐሉ ዘይሕጋዊ
ካቢኔ ህወሓት ዝተፀወዐ ዘተ ኣብ ፅባሕ ወተሃደራዊ መፈንቅለ ምምሕዳር ዞባ ደቡብ ምፅውዑ "ተዓመቱለይ ከዐሽወኩም" ዝዓይነቱ ዘይብሱል፣ ንይምሰል ዝግበር ቃል ዓለማዊ ስራሕ እዩ ክብል ዓረና ትግራይ ዲሞክራስን ሉኣላውነትን ተቃዉምኡ ኣስሚዑ ፡፡

24/08/2025

Calanqoo Calii Lafa Seenaa!🫡

23/08/2025

Shaggee koo na laalii mee an wallaggaan jiraa!!!

22/08/2025



‎Abbaa qabeenyaa Hoteela B Capital magaalaa Dirre Dhawaatti argamuu fedhii maamiltootaa giddu gala godhachuun hoteela sadarkaa isaa eeggate Abbaa Urjii Shanii magaalaa , keessatti maallaqa kaappitaala birrii Saddeetiin ijaarsa isaa kan eegalan yoo ta'u yeroo dhihootti akka xumuramu himanii jiru. Haaji Badriin magaalota Itoophiyaa gurguddoo keessatti hoteela B Capital akka babal'isuun ijaaruuf fedhii qabaachuu isaanii ibsanii jiru.

‎Abbaan qabeenya Haaji Badriin hojii tola ooltummatiin kan beekkaman yoo ta'an namoota kumaatamaan lakakawwaman walitti qabuun mana barumsaa akka baratan waan dandahu hundaan gargaaraa akka jiru keessa beektoonni ni himu. Mana amantaa masgiida ijaaruu, mana barnootaa baadiyyaa keessatti ijaaruu, rakkataa gargaaaruun beekkamu. Bittaa gamoo majlisaaf dhiheenya qarshii miliyoona tokko gumaachan.

‎Haaji Badriin dhaadannoon isaa yeroo hunda uummata Oromoo diinagdeen ijaaruudha. Sababiin isaa Oromoon BBAA biyyaa waan ta'eef Diinagdee cimaa horachuu akka qabu waan amanuuf Oromoon halkaniif guyyaa diinagdee irratti fuulleffatee humna diinagdee isaa akka cimsatu dhaamu.

‎Hayyuufi Abbaa qabeenyaa keenya kanaan umrii nuuf dheeradhaa jenna.

Photos from Sifan Hassan's post 16/08/2025
15/08/2025

Hawaasa kijiba malee dhugaa hin beekneen lafti badde

Photos from The oromoo daily's post 02/05/2024

Good morning from Gurawaa Harargee, Oromia.

Photos from Oromia Culture and Tourism Bureau's post 01/05/2024
Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Cooma
Addis Ababa
OLFABO