27/10/2024
إنالله وإنا إليه راجعون اللهم اغفر لها وارحمها واسكنها الفردوس الأعلى من الجنة يارب العالمين
Obbo leettin Kenya kun munaa momed jedhamtti dhihenya kana imaaratirra gara biyyaa deebitee turtte harra kuno gara fuula rabbi deemtteetti jiruun biyya duniyaa hanganuma firdwusiin kessa sihaa kayyatu obboletti koo😢😭.du'ayii kadhaafii🤲🤲🤲
25/10/2024
Emirate 🇦🇪 (Dubai)- Abu Dhabi.
Jaalalloota (Ilmaan Sanyii Mootii ) Wajjiin Masjida Sheikh Zaayiditti,Salaata Jum’aa barakaa salaanne.
23/10/2024
Waa lama!
Tokkoon birmaduu tokkoon biyyoo ta’uu rabbii waadaa hin diigneef waadaa seenani! Akka jedhan godhani. Namni gabrummaa dheesse hundi isaantu fakkii ta’aaf!
23/10/2024
Yaa Gammachuu Nama Umriin achi gahe…!
23/10/2024
RABBIIN gumaa daa’imman 🇵🇸 baasaa jira.
Har’a hoorariin guddaan tokko kufeera.
Alhamdulillaah.
08/10/2024
Jiruun isiniif haa qajeeltu.!
08/10/2024
Hordoftoota koo haaraadhaaf haamilee! Toora irratti isin qabaachuu koof gammachuu guddaatu natti dhaga'ama! Ramataa Lixa Wallagga, Leencisha Kan Carcar, Haamid Habiibii, Abdulaxiif Mahamud, Ibsish Mohammed, Callaa Mommad
05/10/2024
Yeroo ammaa kanatti diinni keenya cabuu isii male eenyutu cabseen, dhahamuu isii male eenyutu dhaheen dhimma keenyaa miti!
Biyya 👉 🇮🇱 kana kan rukute yoo fedhe shi'aa yoo fedhe jin-nii haa ta'u dhimma koo miti. Dhimmi koo obboleeyyan koo daguugaa dachee eebbifamtuu weeraraa kan jiru diinni koo dhahamuudha.
Sa'uudiin mootummaa Islaamaa jedhamtullee waa'ee kana xiyyeeffannaa kennuufii dhabuu bira dabartee abadan ani walitti dhufeenyan Iz-ra*el waliin qabu adda hin kutu jettee gaafa farda diinaa taatu, UAE'n kottaa na daawwadhaa jettee dachee isii dachee zin*aa goote, Masriin dabarsite gurgurte osoo jiranuuti dheengadda Afriikaan kibbaa biyyattii sana mana murtee haqaa Idil-addunyaa kan dhaabde.
Maaliree amantaan isaanii maali? Aqiidaan isiiniihoo?
Afriikaan Kibbaa gaafa kana gootu ofiifuu waanjoo warreen dhihaa keessa teesseeti, rakkoon kumaatamni gocha dhiirummaa isii kana hordofee isaan irraa akka isii mudatu hin wallaalles. Garuu kun hundi haqa bira dhaabbachuu irraa duuba isii hin deebisne. Aarsaa mara kaffaluuf qophoofteeti haqa Fil*isx*iin adduunyaa biraa irraa godaane deebiftee kan fidde. Maaliree amantaan isii maali? Aqiidaan isiihoo?
Dhuguma kana gochuun obboloottan keenya Gaz*💪zaa gargaaruufimoo mitiin dhimma of danda'e biraati. Yookaanii akkuma isiin jettu eeyyeeniidha, yookaanimmoo akkuma nuti shakkinu sana deebiin isaa mitii ta'a.
Garuu haleellaan isiin Is*r_a'e*l irratti raawwattu kamillee bu'aa male miidhaa kan qabuu miti.
Diinni keenya miidhamuun, cabuun, kassaruun nu'iif injifannoodha, tokko jedhi.
Lammata ammoo yeroo isiin haleellaa Iraan qolachuufi walumaagalatti dhimmichaan wixxirfattee biizii taatu yeroo arganna. Yeroo kanammoo kalattii hedduun itti fayyadamna. Kanneen keessaa muraasni:
Tokkoffaa
Xiyyeeffannaan isii guutummaan guutuutti waa'ee Gaz💪 zaa qofa akka hin taane waan godhuuf gidiraa obboloottan keenya irratti raawwataa jirtu bifa feetuun qindeessuu akka hin dandeenye isii godha. Lubbuun obboloottan keenya nuuf buluun
02/10/2024
💚 Gorsa Arraa! By Hakim
● Zulmiin (Miidhaan) Gosa Sadiihi (3)
❤ Nabiin Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) ni je'an: ((Miidhaan Gosa Sadiihi, Miidhaa Rabbiin hin lakkisne, Miidhaa Rabbiin Namaaf Araaramu, Miidhaa Rabbiin Namaaf hin Araaramne:
👉 1ffaan. Miidhaa Rabbiin ilma Namaatif hin Araaramne: Sun Shirkii dha,
● Gabriichi odoo Rabbii isaatirratti Shirkii hojjatuu du'e Rabbiin Dilii isaa tana hin Araaramuuf.
👉 2ffaan. Miidhaa Rabbiin Namaaf Araaramu: Sun Miidhaa Gabriichaatii fi Rabbii isaa jiddutti Argamte,
● Rabbiin haqa Isaatitti waan hin Hajamneefi namaaf Araarama.
👉 3ffaan. Miidhaa Rabbiin hin lakkisne: Sun Miidhaa Gabarran wal Miidhani, Rabbiin garii isaanii garirraa ni kafalaaf))
● Miidhaa Gabarranii wanni hin lakkisneef Gabarran haqa isaanititti waan haajamaniifi. Maallaqa namaa yoo hanne Rabbiin Miidhaa tana numa hin lakkisne, Hama tahuus, Walitti nama diruu tahuus ... Wal Miidhurraa haa fagaannu.
○ Kitaabni 📚 irraa fudhame Silsilatu Sahiihaa Hadiisa 1927.