゚viralシfypシ゚viralシ
Dawit Ketema
👉Kabaja kee irratti wareegami👈
👉Nan fayyadu tanan Nan midhiin.👈
❤️🔥God is good everything.❤️🔥
☑️Anii oromoodha..! Dubannan yakkamaa.
califnan cubbamaa tanee.
07/03/2026
Gatii dhiigaa qulqulluu kana enyuutu kanfalaa 😭, wanta bayyee dubbana wanta bayyee beknaas garuu akkati dubbatuf sirnichi rakkisadha,, ati dhiigaa qulqulluu kana lafatti hin ballessin Rabbii🤲
13/06/2025
Dugdaa siti gate jaa dachee
12/06/2025
Add itti Naf ergadhame account haaradha
Ani baraan jiradhe as gahe kessati wa heddu argera garuu gara jabenyaa namafi bineensa gafan wal bira qabee laluu kan namatu nati calee,,kanaf nama wajjin jirachura bineensaa fironfatani wajjin jirachu wayya,,ani hirriyota akkuman nama qabuu kan binensas qaba,,ani nama wajjin qofa miti bineensa wajjinu jirachuun nan danda'a,,,namni kan akkas godhu mal yadetii
Voice of yared
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Contact the business
Telephone
Website
Address
Addis Ababa
OROMIYA
