Shaggar City Communication Office

Call Website Contact the organization

Shaggar City Communication Office Sirna kominikeeshinii ammayyaa diriirsuu, ilaalcha biyyoolessaa dagaagsuu fi maqaa gaarii ijaaruu

Jala bultii kabaja ayyaana Irreechaa Magaalaa Shaggaritti suuraan Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:Facebookhttp...
02/10/2026

Jala bultii kabaja ayyaana Irreechaa Magaalaa Shaggaritti suuraan

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1
-------
YouTube
https://youtube.com/?si=03UKwSTEZapXBvCp
--------
Tiktok
https://www.tiktok.com/
---------
Telegram Channel https://t.me/shagarcitycommunication

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom
---------
WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VbDQGTuIHphR1HGDzY0I
---------
Website: https://shaggarcitycommunication.et

  Noonnoo Karra GafarsaaBulchiinsa Magaalaa Shaggariitti ayyaana Irreechaa Hora Finfinneefi Harsadee Bishooftuutti fulba...
02/10/2026

Noonnoo Karra Gafarsaa

Bulchiinsa Magaalaa Shaggariitti ayyaana Irreechaa Hora Finfinneefi Harsadee Bishooftuutti fulbanaa 23fi 24 kabajamu karaa hawwataa , miidhagaafi dhuudhaa Oromummaan faayamee rakkoo nageenya malee kabajamee akka xumuramuuf qophiin adda addaa taasifamaa jiran

Keessummoota gola Oromiyaa mara fi biyya alaa irraa ayyaana Irreechaa kabajuuf kutaalee magaalichaa garaagaraa keessa qaxxamuraniif simannaa ho'aa taasifamaafi jira.

Haaluma kanaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Malkaa Noonnootti Keessummoota lixaafi giddugala Oromiyaa irraa karraa Gafarsaan ayyaana Irreechaa Malkaa Finfinneefi Hora Harsadee irratti hirmaachuu dhufaniif simannaan ho'aa taasifamwefi jira.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1

YouTube
https://youtube.com/?si=03UKwSTEZapXBvCp

Tiktok
https://www.tiktok.com/

Telegram Channel https://t.me/shagarcitycommunication

WhatsApp: https://chat.whatsapp.com/ClggvainVIDKGZ5WqHUjzbq

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom

Website: https://shaggarcitycommunication.et

   Karra GafarsaaBulchiinsa Magaalaa Shaggariitti ayyaana Irreechaa Hora Finfinneefi Harsadee Bishooftuutti fulbanaa 23f...
02/10/2026

Karra Gafarsaa

Bulchiinsa Magaalaa Shaggariitti ayyaana Irreechaa Hora Finfinneefi Harsadee Bishooftuutti fulbanaa 23fi 24 kabajamu karaa hawwataa , miidhagaafi dhuudhaa Oromummaan faayamee rakkoo nageenya malee kabajamee akka xumuramuuf qophiin adda addaa taasifamaa jiran

Keessummoota gola Oromiyaa maraa fi biyya alaa irraa ayyaana Irreechaa kabajuuf kutaalee magaalichaa garaagaraa keessa qaxxamuraniif simannaa ho'aa taasifamaafi jira.

Haaluma kanaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Buraayyuutti Keessummoota lixaafi giddugala Oromiyaa irraa karraa Gafarsaan ayyaana Irreechaa Malkaa Finfinneefi Hora Harsadee irratti hirmaachuu dhufaniif simannaan ho'aa taasifameefi jira.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1

YouTube
https://youtube.com/?si=03UKwSTEZapXBvCp

Tiktok
https://www.tiktok.com/

Telegram Channel https://t.me/shagarcitycommunication

WhatsApp: https://chat.whatsapp.com/ClggvainVIDKGZ5WqHUjzbq

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom

Website: https://shaggarcitycommunication.et

Irreechi miidhagina keenya !==Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Furiitti konsertiin jala-bultii kabaja ayyaana Irreechaa g...
02/10/2026

Irreechi miidhagina keenya !
==
Magaalaa Shaggar kutaa magaalaa Furiitti konsertiin jala-bultii kabaja ayyaana Irreechaa gaggeeffamaa jira.

Sagantaa kana irrattis Artistootni gameeyyii Oromoo Artist Qamar Yusuuf, Galaanaa Gaaromsaa, Saaliyaa Saamii, Gadaa Hamdaa, Caalaa Gaaromsaafi kanneen biroon argamaniiru.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1
==
YouTube
https://youtube.com/?si=03UKwSTEZapXBvCp
==
Tiktok
https://www.tiktok.com/
==
Telegram Channel https://t.me/shagarcitycommunication

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom
==
WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VbDQGTuIHphR1HGDzY0I
==
Website: https://shaggarcitycommunication.et

Irreecha;Waliigaltee biyyaalessaaf !==Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Furiitti konsertiifi jala-bultiin Ayyaana Irreecha...
02/10/2026

Irreecha;Waliigaltee biyyaalessaaf !
==
Magaalaa Shaggar kutaa Magaalaa Furiitti konsertiifi jala-bultiin Ayyaana Irreechaa sagantaawwan garagaraan gaggeeffamaa jira

Sagantaa kana irrattis hooggantoota olaanoo Magaalaa Shaggar, artistoota bebbeekamoofi hawaasni bal'aan argamaniiru.

Sadarkaa itti Aanaa Pirezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaatti kantiibaa Magaalaa Shaggar Tashoomaa Addunyaa (PhD);saganticha irratti argamuun ergaa baga geessanii dabarsuun, Irreechi sirna galateeffannaa Uummatni Oromoo hariiroo Uumama gidduu ittiin cimsu ta'uu himaniiru.

Shaggaris Magaalaa ammayyaa eenyummaa Uummata Oromoo cimsuuf hojjechaa jiru ta'uu kan himan, kanaafis giddugala Aadaafi qorannoowwan garagaraa irratti xiyyeeffachuun hojjechaa jiraachuus himaniiru.

Bulchaa kutaa Magaalaa Furii Halaakee Waaqoo (PhD); Irreechi calaqqee duudhaa sirna Gadaa tokkummaa Uummata Oromoo dagaagsu sirna galateeffannaa ta'uu himaniiru.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1
==
YouTube
https://youtube.com/?si=03UKwSTEZapXBvCp
==
Tiktok
https://www.tiktok.com/
==
Telegram Channel https://t.me/shagarcitycommunication

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom
==
WhatsApp https://whatsapp.com/channel/0029VbDQGTuIHphR1HGDzY0I
==
Website: https://shaggarcitycommunication.et

  XaafooBulchiinsa Magaalaa Shaggariitti ayyaana Irreechaa Hora Finfinneefi Harsadee Bishooftuutti fulbanaa 23fi 24  kab...
02/10/2026

Xaafoo

Bulchiinsa Magaalaa Shaggariitti ayyaana Irreechaa Hora Finfinneefi Harsadee Bishooftuutti fulbanaa 23fi 24 kabajamu karaa hawwataa , miidhagaafi dhuudhaa Oromummaan faayamee rakkoo nageenya malee kabajamee akka xumuramuuf qophiin adda addaa taasifamaa jiran

Keessummoota gola Oromiyaa mara irraa fi biyya alaa ayyaana Irreechaa kabajuuf kutaalee magaalichaa garaagaraa keessa qaxxamuraniif simannaa ho'aa taasifamaafi jira.

Haaluma kanaan Bulchiinsa Magaalaa Shaggar Kutaa Magaalaa Eekkaa Xaafootti Keessummoota biyya keessaafi biyya alaa ayyaana Irreechaa Malkaa Finfinneefi Hora Harsadee irratti hirmaachuu dhufaniif simannaan ho'aa taasifamaa jira.

Odeeffannoowwan keenya ariitiin argachuuf:

Facebook
https://www.facebook.com/shaggarcitycommunication1

YouTube
https://youtube.com/?si=03UKwSTEZapXBvCp

Tiktok
https://www.tiktok.com/

Telegram Channel https://t.me/shagarcitycommunication

WhatsApp: https://chat.whatsapp.com/ClggvainVIDKGZ5WqHUjzbq

Twitter /X https://x.com/ShaggarCityCom

Website: https://shaggarcitycommunication.et

02/10/2026

Tamsaasa kallattii Shaggar_Furii irraa

Irrecha, waliigaltee biyyaalessaaf

02/10/2026

Irreecha; waliigaltee biyyaalessaaf

02/10/2026

Konsertii jala-bultii kabaja Ayyaana Irreechaa Magaalaa Shaggaritti

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Shaggar City Communication Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Shaggar City Communication Office:

Shortcuts

Share