Guddisaa Jaal Qerrensoo waayyuu

Guddisaa Jaal Qerrensoo waayyuu

Share

kayyoof hokkoluun nafuma mitti

26/06/2025

Bagaa nagahan dhufte abbaa koo

30/01/2025

Barsiisaa koo hogantichaa hayyuu❤️❤️❤️❤️💕💕

30/01/2025

Nuf jiradha urjiwaan kaabaa

16/01/2025

Yoyyaa ilmaan oromoo bakkaa hunda jirtani akkaam naga jirtani nagenyi sifana haa turu bakkumaa jirtaniti hundi kessaan
Yerroo ammaa kanati akkumaa bekkaamu olollii paartii badhadhina ololaa jiru middiyyota gara gara irriti arga jirtani wal qabate.wan gababa dhuga ta,e tokko sinif ibsun barbadaa obsan naf dubissa hunda issaa .
Hayyee akkumaa bekkaamu gaffin marrii araraa waranaa bilisummaa oromoo fi mootumma jidduti akkaa ta,u ykn addemisifame agartani jirtani.
Garu akkumaa bekkamu marri kunis osso walli galin addaan bahu issaan gareen lachuu ibsun issani ni yaddatama.

Ergaa sani bodda hanga yeroo ammati wanti dubatame hin jiru.
Garu yerroo ammaa kana mottumman marrii araraa fudhachun misesoni wbo wan akkaa gara issaniti harka kencha jiran ni oddessaa
garru ummaati kenyaa wanti bekkuu qabu warraana bilisummaa oromoo tahe kan arara jedhe gale hin jiru
Garu namoni tokko tokko mottummaan matta isatin ergate irratti wan barama jiruf soda ni saxilaman jedhun galaa jirani.

Garu ummani kenyaa kana burjaji kessaa galun hin barbachisu wbo kayyoo mana issa base qaba waa horri mitti kotta gala jedhamef hin galu kayyoof akeka qaba. Mottumman kun nagenyaa akka barbane ummati kenyaas bekketu
Ragan illen akkaa naga hin barbane mottummaan
Misensaa prlaam kan tahan obboo taayyee danda,a dubatni turani ni yadatama

Kanaf ummati kenyaa burjaji hin barbachisu
Naa wallin turu kessanin galatoomaa

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

Addis Ababa