Abba Gaar-Oromiyaa EIO-Oromia

Abba Gaar-Oromiyaa EIO-Oromia

Share

Well Come to Ethiopian Institution of Ombudsman Oromia Branch Office

11/04/2026

‎ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ፤ እንኳን ለብርሃነ ትንሳኤ በዓል በሰላም አደረሳችሁ።
‎በዓሉ የሰላም፣ የፍቅር፣ የበረከት እና የመተሳሰብ እንዲሆን እንመኛለን !!
‎መልካም በዓል!

10/04/2026

Hordodtoota Amantaa Kiristaanaa hundi baga Ayyaana Fannoo Gooftaa Keennya Qoricha Keenya Iyyasuus Kiristoos Nagaan Geessa!
ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች እንኳን ለጌታችን ለመድሀኒታችን እየሱስ ክርስቶስ ስቅለት በዓል በሰላም አደረሰን!

19/03/2026

የኢትዮጵያ ህዝብ ዕንባ ጠባቂ ተቋም ለመላው የእስልምና ዕምነት ተከታዮች በዓሉ የሰላም የፍቅር እና የመተሳሰብ እንዲሆንላቸሁ ይመኛል!

24/02/2026
03/02/2026

Hubannoof
Hojjettoota Mootummaa Hojii Addaan Kutanii Hojiitti Deebi'uu Danda'anii fi Hojitti deebi'uu hin dandeenye
======//========
Labsii Hojjettoota Mootummaa
Naannoo Oromiyaa Lakk.215/201 1 keewwata 97 keewwata xiqqaa 2'tiin
Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti, Biiroo Pabiliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Qajeelfama Raawwii Hoggansa Qabeenya Namaa Manneen Hojii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Irra Deebiin Fooyyessuuf Bahe Lakk. 24/2015 baasee jira.

Akkaataa Qajeelfama kana keessatti tumameen Hojjettoota Mootummaa Hojii Addaan Kutanii Hojiitti Deebi'uu Danda'an fi Hojitti deebi'uu Hin Dandeenye jechuun addaan baasee jira.

Qajeelfamicha kwt 88 jalatti Hojjettoota Mootummaa Hojitti Deebi'uu Hin Dandeenye akkaaataa armaan gadii kanaan tarreessee jira.

A) Hojjetaa mootummaa ragaa barnoota, leenjii, mirkaneessa ogummaa fi muuxannoo hojii sobaa dhiyeessuun himatamee mana murtiin itti murtaa 'e hojitti deebi'uu hin danda'u,
2) Hojjetaan mootummaa yakka malaammaltummaa, amantaa hir`isuu, hanna,gowwoomsuu, dirqisisee gudeeduu fi saal-qunnamtii umurii malee raawwatee hojiitti deebi`uu hin danda'u.
3) Hojjetaa fedhii isaatiin hojii gadi lakkisuuf iyyataan gaafatee hojii addaan kute yookiin waraqaa qulqulinaa fudhatee hojii isaa gadi lakkisee hojiitti deebi"uu hin danda'u.
4) Hojjetaa sababa quubsaa, amansiisaa fi seera qabeessa hin taaneen kiliraansii osoo hin fudhatiin hojii gadi lakkisee fi ragaa quubsaa dhiyeeffachuu hin dandeenye hojitti deebi`uu hin danda'u.

18/01/2026

ለመላዉ የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለብርሃነ ጥምቀቱ በሰላም አደረሰን አደረሳችሁ! የእትዮጵያ ሕዝብ እንባ ጠባቂ ተቋም ኦሮሚያ ቅ/ጽ/ቤት። መልካም በአል።።

07/01/2026

Hordoftoota amantii kiristaanaa hundaaf
Baga ayyaana qillee (guyyaa ayyaana yaaddannoo Dhalachuu Gooftaa keenya Iytasuus kiristoos ) bara 2018tiin nagaan isin ga'e jechaa Dhaabbanni Abba Gaar Uummata Itiyoophiyaa Waajjirri Damee Oromiyaa hawwii qabu ibsaa Ayyaanichi kan jaalalaa, gammachuu fi tokkummaa isiniif haa ta'u.
Ayyaana gaarii !!!
ለመላው የክርስትና እምነት ተከታዮች በሙሉ:- እንኳን ለጌታችንና ለመድኃኒታችን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!
በዓሉ የሰላም የፍቅር የደስታና የአንድነት እንዲሆን እመኛለሁ።
‎ መልካም በዓል!!!

01/12/2025

Linkii kana follow gochuun odeeffannoowwan Dhaabbatichaa argachuu dandeessuu.

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Addis Ababa Bole Road Around Dembel City
Addis Ababa