Prosperity Party - ብልፅግና

Prosperity Party - ብልፅግና

Share

Prosperity Party is the ruling political party in Ethiopia established in December 2019

Prosperity Party is the ruling political party in Ethiopia established in December 2019 as a successor to EPRDF. Having an overall objective of making Ethiopia a prosperous country, its values are dignity of the people, justice, and multi-national unity.

01/06/2026

ኢትዮጵያን በድምፃቸው ለማፅናት የተጉ ዜጎች በምንም አይነት ውስጥ ሆነው የመራጭነት መብታቸውን እየተጠቀሙ ነው።

ኢትዮጵያ እየመረጠች ነው!

01/06/2026

ስሜ ሹአይብ ሼክ ሙሀመድ ይበላል። የሚኖረው በጅጅጋ ከተማ ቀበሌ 10 ሲሆን ዛሬ እዝህ የምርጫ ጣቢያ የተገኘሁት ይሆነኛል፣ ይበጀኛል የሚለዉን ፓርቲ ለመምረጥ ነው።
በምርጫዬ የፈለኩትን መርጫለሁ። የዛሬው ምርጫ ነፃ ፣ፊትሃዊና ሰለማዊ ነው ብዬ ነው የማምነው ።

01/06/2026

እዉነትም ኢትዮጵያ 🇪🇹 እየመረጠች ነው!

ከአካል ጉዳተኛ እስከ ሀገር መሪ ሁሉንም እኩል ያሳተፈዉ ምርጫ

7ኛው ጠቅላላ ምርጫ አገራችን ዲሞክራሲያዊ ሥርዓትን ለማፅናትና ሕዝባዊ ሉዓላዊነትን ለማረጋገጥ የምታደርገውን ጉዞ በግልጽ ያሳየ ታሪካዊ ምዕራፍ ነው!

01/06/2026

ኢትዮጵያ_እየመረጠች_ነው!!

ዛሬ የወላጅ አባታቸውን ቀብር ፈጽመው ''ከአገር የሚበልጥ ምንም ነገር የለም" በማለት ድምፃቸውን የሰጡት የሀረር ከተማ ነዋሪ ወ/ሮ ቅድስት

01/06/2026

የድምፅ መስጠት ሂደት እስከ ምሽት 6:00 ድረስ ተራዝሟል፡- የኢትዮጵያ ብሔራዊ ምርጫ ቦርድ

ኢትዮጵያ እየመረጠች ነው!

01/06/2026

በማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልል በሰባተኛው ሀገራዊ ምርጫ የድምጽ አሰጣጥ ዙሪያ የመራጮች አስተያየት ፣

01/06/2026

ኢትዮጵያ እየመረጠች ነው!

''ህዝብ ሊወስን በነቂስ ወጥቷል፣ የህዝቡን ዉሳኔ ለመቀበል ዝግጁ ነን''፦ የኦሮሚያ ክልል ፕሬዝዳንት ሽመልስ አብዲሳ

01/06/2026

ኢትዮጵያ እየመረጠች ነው!

የጋምቤላ ክልል ርዕሰ መስተዳድር ወ/ሮ አለሚቱ ኡሞድ አስተያየት

01/06/2026

ኢትዮጵያ እየመረጠች ነው!!

የሀረሪ ክልል ነዋሪዎች በተለያዩ የምርጫ ጣቢያዎች ተገኝተው ድምፅ የሰጡ ነዎሪዎች አስተያየት ፦

ኢትዮጵያ እየመረጠች ነው !

01/06/2026

Itoophiyaan filachaa jirti!

Baga guyyaa filannoo waliigalaa 7ffaan isin gahe nuun gahe!

Har'a Caamsaa 24/2018 uummanni biyya keenyaa hundi bakka jiruu barii sa'aatii 11:00 irraa jalqabee gara buufataalee filannootti yaa'aa jira. Yeroo ammaa kanatti buufataleen filannoo biyyattii keessatti argaman miira ayyaana waggaatiin bilisummaadhan guutamanii uummata filataa jiru keessumeesaa jiru. Guyyaan adddaa kun maddi aangoo siyaasaa fedhii uummataa qofa ta’uu isaa gochaan kan itti mirkaneessinu, Gaanfa Afriikaa fi akka guututti naannichaatti sirna dimookraasiif boqonnaa haaraa banaa jirra. Har'a Itoophiyaan kan filachaa jirtu haala qabatamaa mataa isheen, kabaja biyyaalessa addaa fi hirmaannaa uummata ishee irratti hundoofteeti.

Adeemsi deemokraasii biyya keenyaa seenaa dheeraa fi xaxamaa keessa darbeera. Muuxannoowwan filannoo kanaan dura mul’atan uummanni bilisummaan kan itti filate osoo hin taane, kan to'annoo fi seeneffama qeenxeen daangeffame akka ture ni yaadatama. Ta'us, Itoophiyaan seenaa dabarsite irraa barattee hardha dhiibbaa alaa dandamatte, birmadummaa biyyattii kabachiisuun aadaa deemokiraasii haaraa gochaan agarsiisaa jirti.

Boqonnaa haaraan kun bifa isaaniis ta’e adeemsa isaatiin kan kanaan duraa irraa addaa kan ta'ee fi seenaa haaraa kan galmeessiseedha. Akka waliigalaatti bara kana lammiileen miiliyoona 54 ta’an filannoof kan galmaa'an yoo ta'u filannoo bara 2013 filattoota miiliyoona 37 waliin yoo wal bira qabamu caalmaan lakkofsaa sosocho'iinsi siyaasa biyyattii hammam akka gabbate argisiisa. Lakkofsa dinqisiisaa kana keessaa dhibbeentaan 46% filattoota dubartoota ta’uun isaa hirmaachisummaa fi haqummaa filannichaa gochaan kan mirkaneesse dha. Gama biraatiin, paartileen siyaasaa dorgamtoota 42 fi kaadhimamtoonni dorgamtoota 10,438 bilisummaa fi karaa nagaatiin dorgommiif dhiyaatanii har'a uummataan filatamaa jiru. Hirmaannaan uummataa bal’aan guutuu biyyaatti mul'ate kun Itoophiyaanonni egeree isaanii fi biyya isaanii kaardii filannoon murteessuuf amantaa olaanaa qabaachuu kan argisiisuudha.

Filannoon Itoophiyaan har'a gaggeessaa jirtu ofii isheetii qofa osoo hin taane guutuu Afriikaatiif fakkeenya guddaadha. Akka utubaa nageenya Baha Afriikaa fi giddugala dippilomaasii ardichaatti akka ta’uu isheetti, sirna adeemsa filannoo guddaa kana dandeettii ofitiin raawwachuun ishee Afriikaanonnii hojii manee isaanii ofumaan raawwachuuf dhaabbilee ciccimoo ijaarrachuu danda’uu isaaniif agarsiiftuu guddaadha. Adeemsa seena qabeessa kana ijaan arganii ragaa ba’uuf gareen taajjabdootaa olaanoo Gamtaa Afriikas (AU) fi Abbaa Taayitaa Misooma Gamtoomaa Baha Afriikaa (IGAD) buufatalee filannoo adda addaa irratti bobba’anii adeemsicha dammaqinnoominaan hordofaa jiru. Hirmaannaan ardichaa kun gumaacha Itoophiyaan guddina aadaa deemokraasii Afriikaatiif gumaachitu fi gocha tokkummaa Paan-Afriikaanummaa kan jabeessudha.

Tokkoon tokkoon lammiilee gara buufata filannoo deemuun sagalee isaa saanduqa keessa kaa’uun nageenya amansiisaa fi guddina waliigalaa biyyattii kan murteessuudha. Har'a uummanni kan filachaa jiru paartilee siyaasaa fi geggeessitoota dorgommii yaadaa nagaatti amananii fi uummata ceessisu jedhanii yaadan ta’us, akka waliigalatti kan injifattu Itoophiyaa dha.
Itoophiyaa boru hunda keenyaaf mijattuu fi badhaate ijaaruuf hardha nagaan, naamusaa fi kabaja biyyaalessaan sagalee keenya haa laannu. Bu’aan filannichaa qaama dhimmi ilaallatuun hamma ibsamutti obsaan eeguu fi bu’aa isaa kabajaan fudhachuun ammoo adeemsicha gara sadarkaa olaanaatti kan geessu gocha murteessaa dha. Kanaafuu, hamma xumura adeemsa filannootti gumaacha nurraa eegamu akka gumaachinu fi sirna deemokraasii Itoophiyaa gara sadarkaa olaanaatti akka ol guddifnu waamicha keenya dabarsina.

Guyyaa filannoo gaarii nuuf haa ta’u!

Paartii Badhaadhinaa
Caamsaa 24, 2018

Want your business to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Address

Addis Ababa