Africa Children Union

Website

Africa Children Union "Namni hojjatu hin dadhabu."--Nagaasee
Believe in God.

Barnoon lammummaaf, ispoortiin fayyummaafትምህርት ለዜግነት ፣ እስፖርት ለጤንነት!Education for citizenship, sport for friendship.Sourc...
10/10/2026

Barnoon lammummaaf, ispoortiin fayyummaaf

ትምህርት ለዜግነት ፣ እስፖርት ለጤንነት!

Education for citizenship, sport for friendship.

Source Ethiopia Minister of Education and Sport by himself.

Let us Deliver Healthy World to Next Generation.

I don't know why does oromia education bureau as well as Ethiopia ministry of education is being played by our children....
06/10/2026

I don't know why does oromia education bureau as well as Ethiopia ministry of education is being played by our children. There is no necessary class, chair , teachers, bureau and little bit convenient teaching and learning system at shagar city koye feche sub city wodesa woreda turi zone No.2 kindergarten school. But, what is happening at high school leaving level is the opposite of the reason they are presenting to persuade people. If they don't train well today, from where the necessary education quality , equality and competent result could come tomorrow?

Baga bara haaraadhan isin ga'e, ittiin nu gahe!እንኳን ለአዲስ አመቱ አደረሳችሁ፣ አደረሳን!
11/09/2026

Baga bara haaraadhan isin ga'e, ittiin nu gahe!
እንኳን ለአዲስ አመቱ አደረሳችሁ፣ አደረሳን!

Har'a hundeessaa fi itti gaafatamaa boordii dhaabbata Children's Investment Fund Foundation (CIFF) kabajamoo  Kiriis Hoo...
25/08/2026

Har'a hundeessaa fi itti gaafatamaa boordii dhaabbata Children's Investment Fund Foundation (CIFF) kabajamoo Kiriis Hoon fi garee isaanii Giddugala Haaromsa fi Misooma Ogummaa Dubartootaa Borii daawwachiisneerra.

Giddugalli Haaromsa fi Misooma Ogummaa Dubartootaa Borii ka'umsi isaa dubartoonni obboleettiiwwan keenya rakkoo hawaasummaa garaa garaa keessa jiran abdii fi carraan isaanii akka lalisu, kabajni fi nageenyi isaanii eegamee jireenya fooyya'aa akka gaggeessan miira onneerraa maddeen kan yaadame; yaadamees gara gochaatti kan jijjiirame hojii mul'ata guddaa qabatedha.

Jireenya obboleettiiwwan keenya kanaa jijjiiruuf, Giddugalli Haaromsaa fi Misooma Ogummaa Dubartootaa Borii bara 2016 irraa eegallee marsaa shananiin leenjifamtoota 3,259 ogummaa garaa garaa fi ijaarsa namummaatiin leenjisuun gara hojiitti bobbaasneerra.

Har'a eebbifamtoonni hundi jireenya kabaja qabu, abdii ifaa galaa godhatanii jireenya haaraa jiraachuu eegalaniiru.

"Hojiiwwan hojjennu hunda keessaa hojiin inni guddaan nama irratti hojjennu, keessattuu kan dubartoota irratti hojjennudha" kan jedhu ergaan kabajamoo Mummicha Ministeeraa keenya Dr. Abiyyi Ahimad giddugala hojii keenyaa godhannee raawwachaa jirra.

Jijjiirama magaalaa keenyatti mul'atu hunda irra kan caalu jijjiirama dubartoota borii irratti argaa jirrudha.

Mul'anni "Giddugaa Haaromsaa fi Misooma Ogummaa Dubartota Borii"f qabanne, waggaatti dubartoota hanga kuma kudhanii ga'an kan ga'oomsu, akkasumas fayyadamummaa diinagdee hunda-galeessa kan mirkaneessu, Itoophiyaas qofa osoo hin taane Afrikaa keessattis muuxannoon irraa kan fudhatamu giddugala ogummaa olaanaa akka ta'u dandeeassisuudha.

Mul'anni kun haala guutuudhaan akka hojiirra ooluuf kan nu deeggaruuf dhufan hundeessaa Children's Investment Fund Foundation (CIFF) kabajamoo Kiriis Hoon, hojiiwwan nama irratti xiyyeeffatan Giddugala Haaromsa fi Misooma Ogummaa Dubartootaa Borii keessatti hojjennu daawwachiisnee gara fuulduraatis dhimmoota hojiiwwan waliin hojjennu irratti mari'anneerra.

Milkaa'ina mul'ata keenyaaf halkanii fi guyyaa cimnee hojjenna. Waaqnis nu gargaara.

Waaqni Itoophiyaa fi ummata ishee haa eebbisu!

Baga guyyaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa marsaa 8ffaa guyyaa tokkoon nagaan geessan!Har'a sosochiin biyyoolessa...
03/08/2026

Baga guyyaa dhaabbii biqiltuu Ashaaraa Magariisaa marsaa 8ffaa guyyaa tokkoon nagaan geessan!

Har'a sosochiin biyyoolessaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 800 dhaabuu magaalaa keenya Finfinnee keessattis sosochiin bal'aan dhaabamaa jira.

Sagantaa Ashaaraa Magariisaa guyyaa tokkootiif iddoowwan 176 ta'an adda baafamaniiru. Biqiltuuwwan dhaabaman bifa hanga qabachuu isaanii dabaluun ogeessaan deeggaramee raawwatamuu irratti argama.

Kan dhaabnu abdii; badhaadhina Itoophiyaa, dhaloota boriitiif kan dabarsinu Itoophiyaa jiituu mul'ata keenyaan arginee, yaadaan tokko taanee, gocha keenyaan harka keenyaan dhaabnee biyya keenya qaalii magariisa uwwisaa jirra.

Kan dhaabnu nyaata keenya, gaaddisa, bareedinadha. Kan dhaabaa jirru bor sababa jijjiirama qilleensaatiin faalama, rakkoo fayyaa fi balaa lolaa dursinee ittisuufidha.

Ashaaraan Magariisaa daa'imman, dargaggoonni, dubartoonni, ga'eessonni fi manguddoonni waliin kan milkeessinudha. Kan dhaabne waliin haa kunuunsinu; haa eegnu.

Waaqni Itoophiyaa fi uummata isee haa eebisu!

"Children deserve to grow, learn, and thrive in a digital world that is safe, inclusive, and designed with their best in...
17/06/2026

"Children deserve to grow, learn, and thrive in a digital world that is safe, inclusive, and designed with their best interests at heart.

I joined fellow spouses attending the G7 Summit for a discussion on the protection of children in the age of Artificial Intelligence. The conversation highlighted both the opportunities and challenges presented by rapidly advancing technologies, and the collective responsibility we share to safeguard children online.

As technology continues to shape our societies, governments, educators, parents, and technology developers must work together to ensure that innovation remains people-centred and that children’s rights, wellbeing, and safety are protected.

The future of technology must be one that empowers children while keeping them safe."
Mama Rachel Ruto

የመደመር አንቀጽየመደመር ነገ - ትውልድ ነው። እርግጠኛው ሀገር የመገንቢያ መንገድም ትውልድን በማነጽ ውስጥ ያለው ምሥጢር ነው። የዛሬ መልካም ውጤቶችና እሴቶች ቀጣይነት የሚረጋገጠው በትውል...
10/06/2026

የመደመር አንቀጽ

የመደመር ነገ - ትውልድ ነው። እርግጠኛው ሀገር የመገንቢያ መንገድም ትውልድን በማነጽ ውስጥ ያለው ምሥጢር ነው። የዛሬ መልካም ውጤቶችና እሴቶች ቀጣይነት የሚረጋገጠው በትውልድ ውስጥ ሲሠርጹ ነው።

የመደመር ግብ ሀገር የሚያጠነከር እሴትና ባህል መገንባት ስለሆነ፤ ራሱን ትውልድ የሚግባባበትና የሚነጋገርበት ቋንቋ ለማድረግ ይተልማል። በፍቅር፣ በወንድማማችነትና በኅብር የሚግባባ ትውልድን ለማነጽ።

መደመር የዛሬን ትውልድ ዐቅም በማሰባሰብ፣ ካለፈው ትውልድ የወረሳቸውን ጥንካሬዎች በማሳደግ፣ እንዲሁም ከፍተቶችን በማረም፣ የቀጣዩን (የመደመር) ትውልድ የምንመለከትበት የሃሳብ መነጽርና የመግባቢያ ሰነዳችን ነው፡፡ ይህ የትውልድ ግንባታ እውን እንዲሆን፤ በተገዳዳሪ አፍራሽ እይታዎች (ፓራዳይሞች) ውስጥ የመደመር ዕይታንና እሴትን ያለማሰለስ በትጋት ማሥረጽና ማጠናከርን ይጠይቃል።

የመደመር ትውልድ
ገጽ - መግቢያ

‎ልዩ ፍላጎት ያላቸው ሕፃናት እንክብካቤና ምላሽ አሰጣጥ ላይ ለአስፈፃሚ አካላት የአቅም ግንባታ ስልጠና ‎‎የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳይ ሚኒስቴር ከSOS Children's village  ጋር በመ...
22/05/2026

‎ልዩ ፍላጎት ያላቸው ሕፃናት እንክብካቤና ምላሽ አሰጣጥ ላይ ለአስፈፃሚ አካላት የአቅም ግንባታ ስልጠና
‎

‎የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳይ ሚኒስቴር ከSOS Children's village ጋር በመሆን ልዩ ፍላጎት ያላቸው ሕፃናት እንክብካቤና ምላሽ አሰጣጥ እና የአፍሪካ የህፃናት ቀን ሀገራዊ እቅድ ላይ የውይይት መድረክ ተካሂዷል።
‎
‎በመርሀ-ግብሩም ከሁለቱ የከተማ አስተዳደርና ከሁሉም ክልሎች የተውጣጡ የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳይ ቢሮ እና የፍትህ ቢሮ አስፈፃሚ አካላት ተገኝተዋል።
‎
‎የሴቶችና ማህበራዊ ጉዳይ ሚኒስቴር የህጻናት መብትና ጥበቃ መሪ ስራ አስፈፃሚ ወ/ሮ ዘቢደር ቦጋለ በንግግራቸው የህፃናት አያያዝ ስርዓትን የማሻሻል በተለይም ደግሞ ለችግር ተጋላጭና ልዩ ፍላጎት ያላቸው ህፃናት መብትና ደህንነት ለማስከበር በትኩረት መስራት ያስፈልጋል ብለዋል።
‎
‎ልዩ ፍላጎት ለላቸው ሕፃናት እንክብካቤና ምላሽ እየሰጡ ያሉ አካላትን አመስግነው በቀጣይ በተጠናከረ አግባብ በቅንጅት መስራት እንደሚገባ አስገንዝበዋል።
‎
‎የዘንድሮ የአፍሪካ ህፃናት ቀን ልዩ ፍላጎት ያላቸው ህፃናት እና ድጋፍ እየሰጡ ያሉ ቤተሰቦችንና ተቋማትን መደገፍና በማጠናከር ለህፃናት የተሻለ ተጠቃሚነት አስቻይ ሁኔታ በመፍጠር እንደሚከበር ገልፀዋል።
‎
‎አስፈፃሚ አካላትን ግንዛቤውን በመውሰድ ለተግባራዊነቱ የማስተባበር ስራ መስራት ይጠበቅባችዋል ሲሉ ተናግረዋል።
‎
‎የረቂቅ ት/ትና ስልጠና መስጫ ተቋም ኃ/የተ/የግል/ ማህበር መስራችና ዋና ስራ አስኪያጅ ወ/ሪት ፍሬህይወት ይጨነቁ የግንዛቤና የአቅም ግንባታ ስልጠናው የሚፈለገው ለውጥ እንዲያመጣና ግቡን እንዲመታ መረባረብ እንደሚያስፈልግ ጠቁመዋል።

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ፣ መጪውን የፋሲካ በዓል ምክንያት በማድረግም፣ ዛሬ ጠዋት ዝቅተኛ ገቢ ላላቸው የጠቅላይ ሚኒስትር ጽሕፈት ቤት ሠራተኞች እና ጽሕፈት ቤቱ ለሚያሳድጋቸው ሕጻናት ...
09/04/2026

ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ፣ መጪውን የፋሲካ በዓል ምክንያት በማድረግም፣ ዛሬ ጠዋት ዝቅተኛ ገቢ ላላቸው የጠቅላይ ሚኒስትር ጽሕፈት ቤት ሠራተኞች እና ጽሕፈት ቤቱ ለሚያሳድጋቸው ሕጻናት ማዕድ አጋርተዋል።

King Ronaldo and his amazing family ❤️❤️✨✨🇵🇹
16/03/2026

King Ronaldo and his amazing family ❤️❤️✨✨🇵🇹

Address

Oromiya. News. Service
Bishoftu

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Africa Children Union posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share