21/04/2024
Assalaamu Aleeykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhu,akkam nagayaa bakka jirtutti rahmanni Rabbii sirra haajiraatu.
\Subbisi eegasii xiinxali sifayyada/
|π*Hedduu yaaduun waan fuuldura dhufuu taa'u hin deebisu
|π*Sodaan waan fuuldura siqunnamaa hin tolchu
|π*Qalbii rarraasuun milkirra sin geessu
|π*yoo nama fayyaduu hin dandeenye hin miidhin
|π*yoo nama gammachiisuu baatte hin yaachisin
|π*jibbaa fii hinaaffaf bakka hin qabaatin
|π*qalbii kee raaheessi jacha namaatiif gurra hin kennin
|π*yeroo wanni tokko sihifachiisee takkaa sidadhabsiise jacha laa hawla walaa quwwata illaa billaah fi laa ilaaha illaa anta subhaanaka innii kuntu minazzaalimiin jadhi.