Gumbichu Communication/GC /

Call Contact the organization

Gumbichu Communication/GC / Gumbichu is the most productive woreda.
(8)

08/10/2026
  Dhaabbilee_Fayyaa_Keessatti Hojjetamaniin Tajaajilli Fayyaa Saffisaa Fi Qulqullina Qabu Kennamuun Hawaasa Fayya-bulees...
08/10/2026

Dhaabbilee_Fayyaa_Keessatti Hojjetamaniin Tajaajilli Fayyaa Saffisaa Fi Qulqullina Qabu Kennamuun Hawaasa Fayya-buleessa Misooma Hunda Keessatti Hirmaatu Horachuun Danda'ameera.
======================
‎Fulbaana 28/2019 Godina Giddu Gala Oromiyaa Aanaa Gumbichuu Buufata Fayyaa Caffee Donsaatti innisheetivoota fayyaa, imaammata, tarsiimoo fi riifoormii mootummaan gama fayyaatiin jiru hojjiraa oolchee hawaasni irraa fayyadamaa jiru Keessummoonni Dhaabbata Laarshaa Garee fayyaa biyya keessaa fi alaa irraa dhufan daawwataniiru.
‎

08/10/2026
 'uu Dhugoomsuuf Qabameen Qonni Keenya Ammayyaa'ee Kilaastaraan Oomishuun Qamadii Alaa Galaa Ture Hambisuun Wabii Nyaata...
08/10/2026

'uu Dhugoomsuuf Qabameen Qonni Keenya Ammayyaa'ee Kilaastaraan Oomishuun Qamadii Alaa Galaa Ture Hambisuun Wabii Nyaataa Milkeessee Al-ergii Guddisaa Jira.
=========

08/10/2026
‎  Sanyii Fooyya'aa Ta'an Ummata Biraan Gahuu Fi Bu'aawwan Gama Kanaan Jiru Guddisuuf Xiyyeeffannoo Guddaan Hojjetamaa J...
08/10/2026

‎ Sanyii Fooyya'aa Ta'an Ummata Biraan Gahuu Fi Bu'aawwan Gama Kanaan Jiru Guddisuuf Xiyyeeffannoo Guddaan Hojjetamaa Jiru akkuma itti fufetti.
‎========>>=============
‎Fulbaana 28/1019 Godina Giddugaleessa Oromiyaa Aanaa Gumbichuu Kilaastara Kookaa Ganda Qarsaatti Duulli Loon Mala Harka Namaatiin Diqaalomsuu (AI),Talaallii Fi Hormoonii Kakaastuu Fedhii Kormaa (Synchronization) Kennuu kennamaa jira
‎
‎

‎YAA’II IDILEE KURMAANA 1FFAA BARA HOJII 14FFAA MANA MAREE AANAA GUMBICHUU EEGALAME‎__________________________________‎G...
08/10/2026

‎YAA’II IDILEE KURMAANA 1FFAA BARA HOJII 14FFAA MANA MAREE AANAA GUMBICHUU EEGALAME
‎__________________________________
‎Godina Giddugala Oromiyaa, Aanaa Gumbichuutti, Yaa’iin Idilee Kurmaana 1ffaa Bara Hojii 14ffaa, Bara 2019 Mana Maree Aanaa Gumbichuu har’a eegaleera.
‎
‎Yaa’iin kun kan gaggeeffamaa jiru Af-yaa’ii Mana Maree Aanaa Gumbichuu, Kabajamoo Aadde Wayinnaat Abiyyuu, Itti Aanaa Af-yaa’ii Mana Maree Aanaa Gumbichuu Kabajamoo Obbo Jeettuu Irreechoo, Itti Gaafatamtuu Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Gumbichuu Aadde Faanosee Isheetuu, miseensota Mana Mareefi hoggantoota sektaroota mootummaa bakka argamanitti.
‎
‎Yaa’ii kanaanis, qaboo yaa’ii darbe dhiyaatee ni mirkanaa’a; qaboo yaa’ii ariifachiisaa dhiyaatee ni ilaalama; karoora hojii Mana Murtii Aanaa dhiyaatee irratti mariin ni gaggeeffama. Akkasumas, gabaasni raawwii hojii sektaroota mootummaa ni dhiyaata; duub-deebiin gabaasa koreewwan dhaabbii Mana Maree ni dhiyaatee irratti mariin ni taasifama.
‎
‎Dabalataanis, karoorri hojii Mana Maree Aanaa Gumbichuu dhiyaatee irratti mariin erga gaggeeffamee booda, yaa’iin kun marii fi murtii barbaachisaa ta’een ni xumurama.
‎

Address

Chafe Donsa
Gumbichu

Telephone

+251224510023

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gumbichu Communication/GC / posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Gumbichu Communication/GC /:

Shortcuts

Share