Hin Cabsin Riqicha

Call Contact the organization

Hin Cabsin Riqicha Ati garuu jidduu lamaan 'amma' jedhamtu dhabadhu,

Dhandhama Gorsa Babbareedaa fi Du'aa'ii Gaggaarii Argadhaa,Follow gochun nu hordofaa 💝💝💝💝
👉Guyyaan hundi kitaaba barumsaati; inni darbe seenaa dhumatee dha, inni dhufu ammoo abdii hin dhalatinii dha.

 ,giddutti dhaàbnee turre itti deebinee jirra,waliif qoodaa,followis tolchaa godhaa copy linkis gochun, hiriyoota keessa...
17/07/2026

,giddutti dhaàbnee turre itti deebinee jirra,waliif qoodaa,followis tolchaa godhaa copy linkis gochun, hiriyoota keessaniifis qooda,hordoftoota koo qaaliwwaniif kabajamoo,🙏👇
Commentii_Jalaa_Argadhaa.

🏵🧭Tarkaanfiilee Ijoo Saddeet Kan Amala Gaarii qabachuu kee Ibsan 🍀Yuusuuf bin Asbaax (Rahimahullaah) akkana jedhan:🍀1.Mo...
28/06/2026

🏵🧭Tarkaanfiilee Ijoo Saddeet Kan Amala Gaarii qabachuu kee Ibsan

🍀Yuusuuf bin Asbaax (Rahimahullaah) akkana jedhan:

🍀1.Mormii hin barbaachifne hir’isuu:
Wal-falmii faayidaa hin qabne keessaa of qusachuu
🍀2.Haqaan murteessuu: Lubbuu ofiis tahee
Namoota keessatti haqa murteessuu

🍀3.Dogoggora namootaa hordofuu dhiisuu:
Hanqinaa fi hir’ina Qoqqotanii wal jala bu'uu lakkisuu
🍀4.Waan badaa mul’atu sirreessuu:
Dogoggora argame karaa gaariin sirreessuu yookaan haguuguu.
🍀5.Sababa namaaf barbaaduu (uuzrii):
Namootaaf kaa'uu sababa gaarii uumuudhaan waliif irra taruu
🍀6.Hir’ina ofii irratti xiyyeeffachuu:
Hanqina ofii beekuu irratti hojjachuu; kan warra kaanii dhiisuu.
🍀7.Namootatti fuula gammadaa fi seeqaa taheen waliin jiraachuu
🍀8.Dubbii lallaafaa (mi’aawaa):
Jechoota gaarii fi nama hin miineen haasawaa dabarfachuu.....
🤲Warra Haala gaggaarii hunda guttatee kan Miizaannii Isaanii guyyaa Qiyaamaa Ulfaateef Nu Haa Taasisu

Share godhaa Obboleeyyan keessaniif qoodaa

🤲Aamiin Allahu Aamiin

‎Kan bishaanitti gate jara,kan himatanis jara,kan boohus jara,kan keessa beekus jara,garuu immoo, yeroofi malee,kan dogo...
28/06/2026

‎Kan bishaanitti gate jara,kan himatanis jara,kan boohus jara,kan keessa beekus jara,garuu immoo, yeroofi malee,kan dogongora dalageef uf saaxilus jaruma tahaa obsaafi tasgabbiin imaluu yaali.
‎
‎Gaafa Rabbi sii bahe,diinatu fira sii tahaa beeki, alagatu fira sii caalaa argi,doqnaatu arjaa siif tahaa taajjabi,ka si dabarsuuf sitti malaa oolutu kooluu ufii jalatti si guddifataa dubbii Rabbitti ol kennii nagaan oolii buli.Gaafa Rabbitti harka kennite, kan si kunuunsu jalqabu jalqaba alagaa tahee dhufee fira tahee galaa daawwadhu.
‎

‎Nama hamtuu sirratti raawwate,nama cubbuu sirratti dalage,nama si sobe, nama sitti yakkeef, akka kee taatee kabaja laat...
28/06/2026

‎Nama hamtuu sirratti raawwate,nama cubbuu sirratti dalage,nama si sobe, nama sitti yakkeef, akka kee taatee kabaja laatteefii akka isaa itti dhiistee irraanfachuu caalaa hayyoomni hinjiruu xiinxali.

Uumamni sagalee malee nu barsiisa. Akkuma simbirroon tun madda jireenyaa gidduu tasgabbiin boqottee jirtu, uumamni yommu...
28/06/2026

Uumamni sagalee malee nu barsiisa. Akkuma simbirroon tun madda jireenyaa gidduu tasgabbiin boqottee jirtu, uumamni yommuu wal-simatu akkanatti namatti tola. Maddi soorataa fi humni boqonnaa bakka tokkotti wal deeggaruun nagaa guutuu fidu.

Isinis yaaddoo addunyaa kanaa keessaa ba'aa, galgalli keessan nagaa fi tasgabbii kanaan kan guutame haa ta'u. Galgala qabbanaa'aa isiniif haa ta'u 🙏

📚 Haadha ( أمي)✍ Yeroo namni hundi si jibbutti kan si jaalattu haadha kee qofa. ❤️❤️✍ Haadha keetiif umrii bareedduu fi ...
28/06/2026

📚 Haadha ( أمي)

✍ Yeroo namni hundi si jibbutti kan si jaalattu haadha kee qofa. ❤️❤️
✍ Haadha keetiif umrii bareedduu fi umrii dheertuu Rabbi haa kennuuf !

✍ Inshaa'allah Warra gara fuula rabbii deemteefiis, rahmanni isaa kha hoonga hin qabne irratti haa tahu!🙂...

Haadha keeysan jabeeyfadhaa🍂

🌳🖊Qaamni kee yoo   bare, wallaahi suusii sitti taha. Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Akkana jedhan namni wan kheeyrii tokko namatti g...
28/06/2026

🌳🖊Qaamni kee yoo bare, wallaahi suusii sitti taha. Ergamaan Rabbii۞ﷺ۞ Akkana jedhan namni wan kheeyrii tokko namatti garsiisee Rabbiin karaa jannata isaa garsiisuu malee hin hafuu jedhaa 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐋𝐢𝐤𝐞♥️ 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚
•••••••••••••••••••••••••۞﷽۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 suusii hamtuudha! Al-tokko eegallaan keessaa bayuun ulfaataadha.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Yoo hojjachuun suusii sitti tahe jiruu tee keessaa BARAKAAN guutumatti fuudhamti. Wanni harki kee xuqe kamtuu BARAKAA hin qabu.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Qalbiin tee tasgabbii hin arkattu. Yeroo hunda miira gad-aantummaatu sitti dhagayama.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Eega bultii ijaartellee hojjachuun itti fufa. Maaliif Jaarsa fi jaartiin hedduun cheating walirratti hojjatan sitti fakkaata!
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Walumaa galatti, hojjachuun duniyaa fi aakhiraa tee balleessuu dandaya.
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Anaa fi ati Kan barruu tana Haga xumuraatti dubbisees irraa Rabbi nuhaa tiiysu 🤲😭
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊 follow gochuun_obbollewwaan_kessaan_Keeyriti_shaarakaa_ Gorsaa and DaعWaa hadisa Rāsūūlla ۞ﷺ۞ mimmiidhagoo jechootaa gaggaarii jechootaa Mimmi'aawoo baballisaa 💞
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••
🌳🖊Asumaan Nabiyyichaa ۞ﷺ۞ Iràti Sålawãta
busuu hin dagatinaa Yaa gabrootaan Rabbii
اللَهُمَّ صلِّ وسَلِم وبَارِك على سيدنا مُحمَّدْ ﷺ
•••••••••••••••••••••••••۞۞••••••••••••••••••••••••

🏵🧭Tarkaanfiilee Ijoo Saddeet Kan Amala Gaarii qabachuu kee Ibsan 🍀Yuusuuf bin Asbaax (Rahimahullaah) akkana jedhan:🍀1.Mo...
28/06/2026

🏵🧭Tarkaanfiilee Ijoo Saddeet Kan Amala Gaarii qabachuu kee Ibsan

🍀Yuusuuf bin Asbaax (Rahimahullaah) akkana jedhan:

🍀1.Mormii hin barbaachifne hir’isuu:
Wal-falmii faayidaa hin qabne keessaa of qusachuu
🍀2.Haqaan murteessuu: Lubbuu ofiis tahee
Namoota keessatti haqa murteessuu

🍀3.Dogoggora namootaa hordofuu dhiisuu:
Hanqinaa fi hir’ina Qoqqotanii wal jala bu'uu lakkisuu
🍀4.Waan badaa mul’atu sirreessuu:
Dogoggora argame karaa gaariin sirreessuu yookaan haguuguu.
🍀5.Sababa namaaf barbaaduu (uuzrii):
Namootaaf kaa'uu sababa gaarii uumuudhaan waliif irra taruu
🍀6.Hir’ina ofii irratti xiyyeeffachuu:
Hanqina ofii beekuu irratti hojjachuu; kan warra kaanii dhiisuu.
🍀7.Namootatti fuula gammadaa fi seeqaa taheen waliin jiraachuu
🍀8.Dubbii lallaafaa (mi’aawaa):
Jechoota gaarii fi nama hin miineen haasawaa dabarfachuu.....
🤲Warra Haala gaggaarii hunda guttatee kan Miizaannii Isaanii guyyaa Qiyaamaa Ulfaateef Nu Haa Taasisu

Share godhaa Obboleeyyan keessaniif qoodaa

Address

Ciro City
Harar
WEN

Telephone

+251905170050

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hin Cabsin Riqicha posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Hin Cabsin Riqicha:

Shortcuts

Share