Waalda Dargaggoota Aanaa Qumbii

Waalda Dargaggoota Aanaa Qumbii

Share

Ummata Keenya Haa Dhageeffannuu!!! Dhabaa keenya haa gargaarruu. Jaalala dhugaa waliif haa qabaa nuu

Photos from Waalda Dargaggoota Aanaa Qumbii's post 11/07/2025

★ !!
"በጎነት ለእትዮጵያ ከፍታ"
★ Ol Ka'iinsa Itoophiyaaf"‼ 🇪🇹

Tola Oltummaa Ol Ka'iinsa Itoophiyaa Dhaadannoo Jedhuun Qopheessummaa Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Muummeefi Naannoo Oromiyaatiin Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baabbileetti gaggeeffamaa ooleera.

Sosochii Tajaajila Lammummaa Gannaa Dargaggootaa Cimsuufii Dargaggoota Duudhaa Ganamaa Namummaa Irratti Ijaarametti Deebisuuf kan Kaayyeeffate Hoggaa tahu,Hojiiwwan Tajaajila Lammummaa Garaagaraa Jalqabsiifamaniiru.Arjoomni Dhiigaa,Ijaarsi Mana Haadhaa,Deeggarsi Meeshaalee Barnootaafi Barnoota Gannaatiin kan gaggeeffamu hojiin baruu barsiisuu keessatti argamu.

Sagantaa Kana irratti Obbo Sadarkaa Deetaa Ministeraatti Itti Aanaan Ijaarsa Aadaa Dimokraasii Paartii Badhaadhinaa, I/A Pirezdaantii fi Itti Gaafatamtuun Waajjira Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Muummee Aadde ,Dargaggoo Itti Gaafatamaan Gurmuu Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa, Miseensi Mana Marii Paartii Badhaadhinaafii Bulchaan Godina Harargee Bahaa Aadde Miski Mohammed ,Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Godina Harargee Bahaa Obbo Habtamu Tasfaye Akkasumas Hoggantoota Waajjira Gurmuu Dargaggoota Naannoolee Itoophiyaa fi Federaalaa Hanga Magaalaatti Hoggansi sadarkaan jiru argamuudhaan saganticha miidhagsaniiru.
Oromia,Ethiopia 🇪🇹
Oromia Prosperity Party / OPP /
Badhaadhiina Damee Hararghee Bahaa
Bulchinsa Godina Harargee Bahaa
Kominikeeshinii Harargee Bahaa
East Hararghe Prosperity YouthWing

09/06/2025
30/03/2025

Ergaa Baga Geessanii Kabajamoo Obbo Sulxaan Mahammad Alii I/G /PB Damee Bulchinsa Ganda Magaalaa Minoo

Hordoftoota Amantaa Muslimaa hundaaf:
*********************************************
Baga guyyaa Guyyaa Jaalatamaa fi kabajamaa iddoo guddaa Ummata Islaamaa biratti qabu "Ayyaana Iida_L_Fixrii Hijraa bara1446 "Isiniin gahe.

Jiini Ramadaanaa dabarsine kun ji'a leenjiin gahaan keessatti fudhatamaa turee fi barnootni gahaan keessatti baratamaa ture,wantoota gaggaarii umrii keenya keessatti hojjachaa turre itti gammannee fuuldura cimsinee itti fufuu qabnuu fi waantoota gaarii hin taane yoo hojjanne itti gaabbinee Araarama rabbirraa itti barbaadaa turree tahuun isaa ni beeekama.

Kanaaf Barnootaa fi Leenjii ji'a kana keessatti arkanne kana hojitti jijjiiruun Nageenya Waaraa qe'ee,Naannoo ,biyyaa fi Addunyaa guutuuf hojjachuu qabna.Halkanii guyyaa misooma waaraa fiduuf,hiyyummaa fi gadadoo balleessuu fi Seenaa gochuuf gurmooynee hojjachuu qabna.Tajaajila kenninu keessatti ilaalcha walqixaa qabaannee haqummaan,dhahannaa fi lapheen ummataa maal keessa akka jiru hubachuun ariitiin,baay'inaan ,Qulqullinaan,Kalaqa adda addaan dabaallee hojjannee badhaadhina hunda galeessa Mirkaneessuu qabna.
Xumura irratti Ayyana Iidal_Fixrii Yemmuu kabajnu Aadaa fi duudhaa ji'a Ramadaanaa keessatti horanne Aadaa tokkummaan Nageenya Naannoo ofii tiksuu,Dhabaa fi Rakkataa beelawee fi dheebote nyaachisuu fi Obaasuu,Kan Daare Uffisuu ,walumaa gala Rakkataa cinaa dhaabbachuun guyyaa kana akkuma warra qabuutti gammachuun akka ayyaaneffatee akka dabarsu gochuun dirqama tahuu beeknee walcinaa haa dhaabbannuu jechaa Ayyaanni kun
• Kan Nagayaa
• Kan Jaalalaa
• Kan Gammachuu
• Kan Milkii
• Kan Badhaadhinaa isiniif Haata’u! Bitootessa 21/2017 Magaalaa Minoo.

Photos from Oromia President Office's post 10/02/2025
15/11/2024

With Sultan Mohammed Ali – I just got recognized as one of their top fans!

Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Address

Https://qumbii. Com/
Harar