Badhaadhina Harargee Bahaa Gooroo Guutuu

Share

Badhaadhina gooroo guutuu

Photos from Abiy Ahmed Ali's post 07/12/2022
Photos from Badhaadhina Harargee Bahaa Gooroo Guutuu's post 07/12/2022

(Fanon) can't get enough and enter Oromia will never leave Oromia. She's getting into the soil. Gamin is tired of talking and doing what he does by hand. Those of you who want to increase political value by crying stop. If you were human, you should have said that when Shane was freeing from Oromo, don't expose Oromo to enemy. Now Fando is getting her worth. It's about to be able to get the eagle of the singers and lovers.

merchants don't have the option of peace because there is cooperation, unity, growth and love in peace and their tax father Satan won't allow this. We need to unite and oppose these kind of shameless blood merchants who conspire day and night to shed the blood of our brothers.
can a person just eat food when served on a dirty ? up and be shocked my country's !! They will present their dirty thoughts on their dirty media and you are busy eating and making your parents pay a price. Oh of Arada where is your help??
is true that a country can't be led by lack of power and force. It takes wisdom to govern a country. The unity of a country is not maintained by arrogance. It is important to calm down and evaluate things left and right.

# If the country continues in the current situation, the result is only massacre. To get out of this chaos we are in, it is necessary to talk calmly and maintain peace. Otherwise the debt is heavy.

Photos 07/12/2022

πŸ‘‰ Shaneen Oromoo ofiifis nyaattee diinas nyaachifte
=======
diigumsaa fi tokkummaa dhabuu Oromoo kan taate shaneen, barii jijjiiramaa Oromoodhaaf tokkummaatu mala jennaan qabaan dadhabee bosonatti hafte. Maaliif jennaan Oromootu bilisa hin bane jette. Oromoon bilisa baasa jechaa Oromoo nyaatte. Jiraa ibiddaabn gubde, sangaa isaa qalattee nyaatte, qeheerraa buqqiste bakka itti kabajamee jiraatetti qehee isaa onsite, kan yeroo abbaa lafaa caakaa Oromoon qehee ofiirraa godaane. Mana barumsaa irratti gubdee ilmaan Oromoo mana barumsaarraa hambiste. Haraamuu dubbutan Oromoon itti saalftu dhiisan garaa nama gubu ummata Oromoo irratti raawwatte.
Oromoo kan ofiif nyaatte hanqannaan meeshaa irraa hiiktee fixxee qullaatti hambifte. Oromoo harka qullaa hafetu diinaaf saaxilame. Diinna itti gadhiiftee irraa baqatte. Shaneen Oromoo ofiifis nyaattee diinas nyaachifte. Oromoodhaaf shanee caalaa diinni hin jiru. Seenaa Oromoo keessatti sirni abbaa lafaa akka Shanetti Oromoo hin salphisne. Yaa bultu garaa. Barri darbee dubbanna.
kaleessa du’a Oromoo garaan jijjiirii warra hirmiitti galetu har’as hiriira jedhee Oromoo diinaaf saaxiluuf wixxifata. Jarri kun barii jijjiiramaa irraa jalqabee tokkummaan Oromoo akka hin ititne dhagaa shiraa kumaatama fonqolchaa turan. Hiriirri isaan waaman diinaaf carraa ta’uurra darbee Oromoof wanti fayyadu tokko hin jiru. Gowwaan hin dhalatiin dhaltus hin guddatiin jedhamuun kanaafi.
( α‹αŠ–αŠ•) quufa dadhabdee Oromiyaa seente Oromiyaa keessaa hin baatu. Biyyeetti makamaa jirti. Gamin dubbii garaa bulfatee harkaan waan hojjetu hojjeta. Warri bo’ichaan gatii siyaasaa dabalachuu barbaaddanb dhaabadhaa. Silaa nama taatanii gaafa Shaneen Oromoo irraa hiiktee harka qullaa hambistu sana lakkii Oromoo diinaaf hin saaxilinaa jechuu qabdu ture. Amma Faandoon gatii ishii argachaa jirti. Ekeraa faarsituu fi jaallaatuu sana qaamaan akka argattu ta’aa jira.
# Boo’icha osoo hin taane tokkummaa Oromoo cimsaa!

Abjuun finxaaleeyyii Amaaraa dhiiga ummataatin aangoo qabachuudha!
-
Fiinxaaleeyyiin Amaaraa dhiiga ummataatiin dheebuu aangoo qaban ittiin milkeessuuf wixxiffachaa jiran irratti ummanni Oromoo yeroo kamuu caalaa dammaquu qaba.Finxaaleeyyiin maqaa ummata Amaaraatiin gurmaa’uun socha’aa jiran kun dhiiga ummataarraan tarkaanfachuun Mootummaa Naannoo Oromiyaa diiguun aangoo giddugaleessaa qabachuuf abjaa’aa akka jiran taateewwan tibba kana uumamaa jiran ragaadha.Ummanni Oromoos shira finxaaleeyyii kanaa hubachuun qaamoota nageenyaa cinaa dhaabbachuun Naannoofi biyya isaa arsaa heddu itti kanfalee ijaare diigumsarraa hambisuu qaba.

α‹¨αŠ•ααˆƒαŠ• α‹°αˆ αˆˆαŠα‹šαˆ… ከα‰₯ቢች የαŠͺαˆ³α‰Έα‹‰ αˆ›α‰ αŒ₯ α‰₯α‰ΈαŠ› ምርጫ αŠα‹‰

06/12/2022

Gooroo Guutuun Toora Hundaanuu Guutuu dha
Gamaaggama kurmaana 2ffaa Bara 2015 sadarkaa Godinaatti gaggeessaa ollee jirra!!

06/12/2022

πŒπŽπ‘πŽπ‚π‚πŽ ππ”π€π‹πˆπ…π˜ π…πŽπ‘ 𝐓𝐇𝐄 𝐐𝐔𝐀𝐑𝐓𝐄𝐑-π…πˆππ€π‹ πŽπ… 𝐓𝐇𝐄 𝟐𝟎𝟐𝟐 π–πŽπ‘π‹πƒ 𝐂𝐔𝐏

Congratulations to the Atlas Lions. πŸ‘ πŸ‡²πŸ‡¦ πŸ‡²πŸ‡¦

Photos from Badhaadhina Harargee Bahaa Gooroo Guutuu's post 06/12/2022
Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Harar