08/09/2023
Bulchiinsa anaa dirree xayyaaraa jalatti kan argamu seektarri fayyaatii fi hojjattoonni buufa fayyaa hassangey waliin tahuudhaan guyyaa qaaxmee 3 guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuudhaan harka qalleeyyii Aanaa dirree xayyaaraa keessatti argaman bifa kanaan gargaaraa olan.
08/09/2023
Qaxmee 3
Guyyaa Tola oltuma sababefachun
Aanaa Dirre Xayyaratti
!! HEF Arradda Sukul Nama Gudda Hadha Tenya Qulqulina isi Eegachuu hin dandenye irra Ufata fi mana issa bifa kanan Qulqulesaniifi jira
23/08/2023
Guyyaa 17/12/2015
Aanaa Dirre Xayyara Xalayaa irra Bilisa ta'e Ragaa Hawwasa bifa Amayattin akka hojatamuf Hojiin Jalqabame ture sababa Silkiin Dadhabdu ta'uutin Rakkoo guddo ta'e ture akka Furamuuf Mobile gargaasa dhabata fayyaa Ethiopia fi gama biroo fayyaa Nannottin nuf kenamee Hojii bifa haarayaan akka jalqabanif HEF Aanaa kenyaaf bakka Bulcha Obbo Mahammad Jamal, I/G/W/F/A. Obbo Hassan Mume fi I/G/W/Q. Obbo Kadir Abdi Qamaa Biroo fayyaa Irra dhufee Argamanitti Immana fi Xiiqina akka Hojii galanii galman gahanif itti kenamee jira !!
04/01/2023
Guyyaa 26/04/2015
Hojatoonii Fayyaa Aanaa Dirre Xayyara
Dhaadannoo !!!
Jecha keenyaan olitti gamtaan hojjii keenyaa Hawaasa keenyaaf wabbiidha.jedhuun duula biqiltu obbasuuf ganama sa'aa 12: 00 Buufata kessatti biqiltuwwan Ashaara magariisa sababeefachun dhaabamee jiru iddoo itti gaafataman wajjira fayyaa fi Buufata ganama haala gaariin obaasanii jira ogeessonii irrati argamtanii qooda kessaan baatan hundii maqaa wajjira fayyaatiin nuuf galatoomaa !!!
20/12/2022
Guyyaa 11/4/2015
Waajjiraa Eegumsaa fayyaa Aanaa Dirre Xayyaratti Hawwan Duree RMDD ta'anii PEF 18n bartanii xumuranii Hojjii irra olchan Arradda Hundara dhufun Eebifamii jiran .
Eebaa kanaratiis bulchaan Aanaa irrati argamuun waraqaa ragaa fi dhaamsaa ijoo HEF dabarsee jira.
Hundii kessanuu nuf galoomaa !!!
15/12/2022
DAA’IMMAN KEENYA TALAALLII GIFIRAA HAA TALAALCHISNU!
*
Dhukkubni Gifiraa(Shiftoo) maali?
--------------------------------
♻️Dhukkubni Gifiraa(shiftoo) vaayirasii meezilsi (measles virus) jedhamuun kan nama qabuu fi fayyaa daa’immanii miidhuudhaan beekamuudha. Dhukkubni kun qaroo ijaa jaamsuu, miidhama sammuu, michii sombaa fi dhukkubba gurratiif saaxiluu ni danda’a. Dhukkubni kun namarraa namatti kan darbu tuttuqaa dhangala’aa afaanii fi funyaan dhukkubsataa keessaa bahuu fi afuuraniidha.
Mallattoolee dhukkuba gifiraa(shiftoo)
------------------------
✅Ho’inni qaamaa dabaluu
✅Shiftoo diddiimtuu malaa hin qabne adda gara oliirraa
jalqabuun qaama mara walgahu,
✅Qufaasisuu,
✅Ija diimessuu fi kan biroo namni tokko vaayirasichaa
saaxilamee guyyoota 7-18 keessatti irratti mul’achuu danda’a.
Mala ittisaa fi too’annaa dhukkuba Gifiraa(shiftoo)
---------------------
✅Daa’imman waggaa shanii gadi talaallii dhibee kanaa akka
fudhatan taasisuu
✅Daa’imman dhalatanii ji’a 9ffaa fi ji’a 15 ffaa irratti talaallii gifiraa
akka argatan gochuu
✅Nama dhukkuba kanaan qabame guyyaa mallattoon irratti
mul’ate jalqabee qofaatti adda baasuun kunuunsa gahaa
gochuufii.
✅Nyaataa fi dhugaatii gahaa akka argatan gochuu.
✅Buufata fayyaa naannoo jiru geessuun tajaajila yaalaa akka
argatan taasisuu.
✅Qulqullina dhuunfaa fi naannoo eeguu.
Fayyaan nama hundaaf!
06/12/2022
Guyyaa
A/D/Xayyara Aradda Dirretti Mariin Haala Sadarkaa mana fincanii irraa jiru fi kalatii Kamin xumuree Hawaasa Araddicha dhukkubaa dadarba irra bilisa godhu qabnaratii Caasaa fi Abbotti Aradda wajjin gadgeefame jira
24/11/2022
Guyyaan Ayyaana Buusa dhabamsiisu akka naanoo Hararitti Anna Dirre Xayyara Aradda Mi'ay tti Bakka keesumoonii Naanoo fi Aanaa jiranitti bifaa Ho'an kabajamee olee jira
18/11/2022
Guyyaa 9/3/2015
Aanaa Dirre Xayyara kellan fayyaa Aradda Sukul Hojii kurmanaa 1ffa Bara 2015 Kella Hundaa kessa 1ffa waan baheef HEF Hundii Muxanoo issa irra qoodatanii jiran
28/08/2022
Digitalis data is one of the pillar to Woreda Transformation Agenda in HSTP- II
01/08/2022
Ergaa Galateefanna‼️
Itti gaafatama waajjiraa fayyaa Aanaa Dirre Xayyara Obbo Hassan Mume simannaa Guyya Eebaa ODF irratti qamoota hojjiin Qendeese Hoojjatoota HEF, Supervisaroota Kenya, Caasaa fi Jiraattoonni Aradicha akkasumaas caasalee nageeenyaa hundi taasisan ilaalchisee galatoomfatanii jiru.
BAGA GAMMADAAN‼️
BAGA GAMMANNE‼️
01/08/2022
Barsisa Ruduwan nama jaba Barsistoota issa qendeesun Harka Qaleesafa mana fincanii hojateefi akasumas Qophiin Eebattis Halkanii fi guyyan nu cinaa dhabate gageese galata gutaa hawaasaa fi nubira qabda galatoomii