East Hararge Zone Water & Energy Office

East Hararge Zone Water & Energy Office

Share

Fuulli Feesbuukaa kun kan waajjira bishaanii fi inarjii godina harargee bahaati.

Odeeffannoo weeytaawaa haala bishaanii fi inarjii haaromfaa godina keenyaa yero yeroon asirratti ummata keenyaaf qoodaati deemna.

04/04/2026

Bishaan Bishaan

Photos from East Hararge Zone Water & Energy Office's post 19/02/2026

WBIGHB Guraandhala 11, 2018
Magaalaa Baabbile !

Godina Harargee Bahaatti rakkoo bishaan dhugaatii Magaalaa Baabbilee hiikuudhaaf Qorannoo Bishaan Dhugaatii gaggeeffamaa jiru sadarkaa irra ga'e ilaaludhaaf Koreen supervision sadarkaa Biiroo Bishaan fi Inarjii Oromiyaa irraa dhufan guyyaa arraa sadarkaa qorannoon irraa jirtu erga ilaallani booda, Itti Gaafatamaa Wajjiraa Bishaan fi Inarjii godina Harargee Baha Engineer Jemal Hassan, akkasumas Kantiibaan Magaalaa Baabbilee Kab. Obbo Ahmadnajjash Mahaammad argamanitti Koree Godinaa, Bulchiinsa Magaalaa fi Gorsaa waliin mari'achuudhaan qorannichi qulqullinaa fi yeroo qabameef keessatti akka xumuramu qaamni hundi gahee isarraa eeggamu akka bahachuu qabu kallattii kaayanii jiruu.

18/02/2026

Big shout out to my newest top fans! Haji Ahmed

17/02/2026

With Miski Mohammed – I just got recognized as one of their top fans!

Photos from East Hararge Zone Water & Energy Office's post 17/02/2026

Baga Ji'a Kabajamaa ji’a Ramadan bara 1447 AH kanan isin gahe!!

Hordoftoonni Amantaa Muslimaa hundi! Allahmdulillah kan asiin Nu gahe!

Ramadan Mubarak to all Muslims of the World! All praise is due to Allah!

09/02/2026

Today Dader water supply maintenance

Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

Harar