Waajjira Bulchiinsa Aanaa Baddannoo

Waajjira Bulchiinsa Aanaa Baddannoo

Share

Government Organization

Photos from Shimelis Abdisa's post 01/07/2023
25/06/2023

πŸ‘‰Harargee Bahaa Aanaa Sagantaa Baniinsa Dhaabbii Biqiltuu Ashaaraa Magariisaa
--------------
Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaati, Godina Harargee Bahaa, Aanaa Giraawaa, Araaddaa Tulluu Geeyleetti Bakka Pirezidaantiin Naannoo Oromiyaa kabajamoo Obbo Abdiisaa fi I/aanaa Mummee Ministeeraafi Ministeera Haajaa Alaa kabajamoo Obbo Mokonin akkasumas Keessummonni Garagaraa sadarkaa Federaalaaa, Naannoo fi Godinaalee Argamaniitti haala Gaariin Jabaqsiisaniru.

Photos from Waajjira Bulchiinsa Aanaa Baddannoo's post 15/05/2023

Miidhaginni qaama misoomaafi qabeenya biyya keenyaati!

Dhaloota Ida'amuu

ዉበቡ α‹¨αˆ€αŒˆαˆ«α‰½αŠ• αˆαˆ›α‰΅αŠ“ αˆ€α‰₯ቡ አካል αŠα‹‰!

α‹¨αˆ˜α‹°αˆ˜αˆ­ α‰΅α‹‰αˆα‹΅

15/05/2023

Ogeessota fayyaa qormaata madaallii gahumsaa fudhachaa jiran hundaaf
________ .

Dhaabbilee Barnoota Olaanoo Fayyaa irraa Ministeera Fayyaa; narsii; Qondaala Fayyaa; Anesthesia jedhamu. Faarmaasi;Laaboraatoorii Meedikaalaa; deessisummaa; Qoricha Ilkaan; Raadiyooloojii Meedikaalaa; Fayyaa Naannoo; Fayyaa Daa’immanii fi Daa’immanii; Narsii Xiin-sammuu; Akkasumas qormaanni kun Caamsaa 14-18/2015tti ogeessota fayyaa ogummaa Narsii Emergency and Critical Care Nursing digrii tokkoffaan eebbifamanii fi qormaata madaallii gahumsaa fudhachuuf eegaa jiraniif akka kennamu beeksisaa jirra.

1, Adeemsi qormaataa kompiitaraan kan ta'u ta'a.

2, sagantaa qormaataa
- 14/9/2015.................................Narsii
- 16/9/2015 Dh
- 18/9/2015 Dh

. Gaaffiiwwan shaakala qormaata duraa hojjechuu; Kutaa qorannoo adda baasuu qaba. Madaalliin ibsa qormaataa (orientation) keessatti hin argamne qormaata fudhachuu akka hin dandeenye cimsinee gorsina.

.

5. Meeshaalee armaan olitti ibsaman malees meeshaa elektirooniksii kamiyyuu (bilbila, sa’aatii, koobilii (rakkina mul’ata mirkanaa’e yoo jiraate malee), boorsaa fi meeshaalee biroo), wabii fi waraqaa duwwaa kamiyyuu, nyaata yookiin . dhugaatii (yoo rakkoon fayyaa mirkanaa’e jiraate malee) .

6. Yeroo qormaataa, kutaa lamaan (ganamaa fi waaree booda) waraqaa argamaa sirnaan mallatteessuu kee mirkaneeffachuu qabda.

.

β–« Dorgomtoonni gara marsariitichaa osoo hin dhufin dura launcher beeksisa kana irratti maxxane cuqaasuun iddoowwan qormaataa filannoo isaanii ilaaluu qabu.

β–« Filannoo marsariitii qorannoo toora interneetii irratti hundaa'uun, launcher armaan gadii cuqaasuun tarree maqaa keessanii ilaaluu qabdu.

β–« Dorgomtoonni dhaabbata maqaan isaanii caqafameen alatti qormaata fudhachuu akka hin dandeenye isin yaadachiifna.

β–«Qormaata kompiitaraan gargaaramu irratti hubannoo gaarii argachuuf viidiyoo gabaabaa armaan gadii kana ilaalaa. Odeeffannoo dabalataaf 0118275936/952 bilbilaa.

https://www.moh.gov.et/sit

20/04/2023

[WK-Aanaa Baddannoo~Ebla 12/2015]
πŸ™πŸ’π„π«π πšπš 𝐁𝐚𝐠𝐚 π†πžπžπ¬π¬πšπ§π’π’!πŸ’πŸ™
Bulchiinsa Aanaa Baddannoo Kabajamoo Mahammad Bakrii Hordoftoota Amantaa Musliimaa Hundaan Ergaa Baga Ayyaana Iid Al Faxirii Waggaa 1444'ffaa Nagaan Geessanii Dabarsan!
____________
" Dura Hordoftootni Amantii Musliimaa Aanaa Baddannoofi Naannawaashee, Naannoofi Biyya Keenyaa Akkasumas Biyya Alaa Jiraattan Hundi Baga Ayyaana Iid Al Faxirii Waggaa 1444'ffaatiin Isin Gahe! Baga Geessan!" jedhaniiru.
πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒEID MUBARAK πŸŒ™πŸŒΊπŸŒΉ

Iid Al Faxirii Ayyaana jaalatamaa, kabajamaa, guddaa fi beekamaa xumura Soomana ji'a Ramadaanaa hordoftoota Amantaa Musliimaatiin kan kabajamu ta'uu Mahammad Bakrii ibsaniii, ayyaanichi kan gaarummaan ittiin hojjetamu, jaalalli, tokkummaa, nageenyi, obbolummaafi waliif yaaduun ittiin calaqqisu, ayyaana duudhaaleen gaggaariin badhaadhe ta'uu himaniiru.
πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒπŸ•‹πŸ•ŒEID MUBARAK πŸŒ™πŸŒΊπŸŒΉ

Amantaa Musliimaa Aanaa Baddannoottii wayita Ayyaana guddaa kana kabajatan duudhaalee fi sonawwan hojii gaggaarii jaarraawwaniif uummanni keenya waliin kunuunseefi eegee asiin gahe daran cimsuufi gabbisuun, hojiilee baatii Ramadaanaa keessa raawwataman yeroo ayyaanaa kanas hojjechuun ayyaanicha akka kabajuu qaban dhaamaniiru.

imala badhaadhina hunda galeessa milkeessuuf karoorsee qaamolee hunda qindeessuun hojiilee hojjetamaa jiraniin bu'aawwaniifi injifannoowwan jajjaboo galmaa'aa jiraachuu ibsanii, injifannoowwan kanneen caalmaatti itti fufsiisuuf hojiilee misoomaa hundaaf bu'uura kan ta'e nageenya waaraa mirkaneessuu keessatti hawaasni Musliimaa fi jiraattootni Aanaa keenyaa hundi hirmaannaan taasisaa turan ollaanaa ta'uu Mahammad ibsanii, ammas karoora hojiilee misoomaa roga hundaa kan fayyadamummaa jiraattoota Aanaa keenyaa daran mirkaneessuuf hojjetamaa jiran keessatti hirmaannaan jiru cimee itti fufuu akka qabu dubbataniiru.

02/04/2023
Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address

Itoophiyaa, Oromiyaa, Harargee Bahaa, Baddannoo
Harar