10/06/2023
cimuu qaba.
To inform our audiences by posting timely important news and information on both national and local issues.
10/06/2023
cimuu qaba.
03/06/2023
'ee keenyarraa qabatamaan Araddaa irratti mirkanaa'e jiraachuun It/Aanaan Bulchaa Obbo dubbatanii jiru.
Caamsaa 26,2015 Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Sosochii Hojii Qonna Magaalaa(Manduubbee) Araddaa Bakar waaree keessatti hojjatamaa jiru Koreen Aanaa itti Aanaa Bulchaatiin Durfamu Daawwii hojii taasisuun Araddoota naannawa magaalaa hunda hirmaachisee akka muuxannoo horatanii Qonna magaalaa irratti hojjatan taasifamee jira.
Sagantaa kanarratti hawaasni qonna magaalaa irratti hirmaataniis akka jedhanitti hojii kanaan galii isaanii fooyyeessanii jiraachuu fi caapitaala horataa jiraachuu himanii kan jiraniidha.
Itti Aanaan Bulchaa Obbo akka jedhanitti hawaasni magaalaa eegatummaa jalaa bahuufi jireenya ofii jijjiiruuf Qonna magaalaa harka mirgaan qabattanii hojachuuf dhama'uu qabdu deeggarsaalee gama qonna Magaalaan barbaachisu hundaas isin bira dhaabbachuuf yoomiyyuu of duuba hin deebinu jedhanii kan jiraniidha.
31/05/2023
Dhimma Gabaa Jimaa Irratti Kaasahuun Gooffee Ministeerri Daldalaa Ibsa Taasisuun Kallatti Kaa'eera🌱
: "Daldala Jimaa Al -ergee irratti rakkoowwan mudatan Giddu galeeffatee Qo’annoon Ministeera keenyaan gaggeeffame bakka Komishinarri Gumrukaa, Itti aanaan Komishinara Poolisii Feederaalaa, Hogganaa Itti aanaan Baankii Biyyoolessaa, Pirezidantoonni Baankiiwwan Dhuunfaa fi Mootummaa, Hoggantoonni Biirolee Daldala fi Qooda fudhattoonni gara garaa aragamanitti mari’anneera.
Rakkoowwan qo’annicha keessatti eeraman keessa gurguddaan Qaraxaa fi Taaksiin baay’achuu, keellawwan Gumurukni hin beekne heddummaachuu fi daldaltoonni hayyama Al-ergee baafataniin hojii daldala hojjechuu dhabuu fi darbee darbees hojii seeraan alaatiif fayyadamuun Rakkoo ta’uu waliigalameera.
Sababa kanaaf Qonnaan Bultoonni jireenyi isaanii Jimaa irratti hundaa’e miidhama diinagdeetiif saaxilamuu fi Galiin sharafa Biyya alaas daran xiqqaachuun Qoo’annicha keessatti ifoomera.
Rakkinichaaf furmaata kennuuf Ministeera keenya dabalatee qaamoleen dhimmi ilaallatu hundi tarkaanfii Akka fudhatan walii galleera.
Rakkoowwan qindoominaan hiikkaman koree ol’aanaa tokko hundeessinee gamaaggamaa deemuudhaaf kallattii keenyee jirra." jedheera.
Obbo Kaasahuun Goofee
Deetaa Ministeera Daldalaa
31/05/2023
'u oomishuuf Maatii Barattootaa waliin mariin gaggeeffamuun murteessaa tahuu it/Gaf/Paartii Aanaa Obbo Dubbatanii jiran.
Caamsaa 23/2015 Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti maatii barattoota kutaa 11 fi 12ffaa Haala Barnoota barattoota gama hundaan fooyyeessuun danda'amu irratti ballinaan taasifamee jira.
Marii guyyaa har'aa tasifame irratti haala maatiin ijoolee isaani too'anoo fi hordoofin gara maati jiru akka cimmu maati barachuu barattota sa,a 24 jiru keessa sa'a manneen barnoota keessa turan gara mana barnootatin to'anoo fi hordoofin yeroo titooriyaali fi yeroo barnoota idileen kannaamuu cimmuu akka qabu.maatiin ijoolee sa,a gara manati galaan waan barachaa Oollan akka dubbiisan sa,a ittii dubbiisan iddoo itti dubbiisn miijjeesuuf akka qaban to,anoofi hordoofiin akka cimsaan irraati waligalame jira. Maatin barattoota isaanif haala ijoolen yeroo mana barnoota irraa galte iddo isaan mijjeessuuf yeroo dubbiisuu akka argatan ritooriyaali yeroo kannamu sa,a duraa fi boodas akka barachuu akka qaban hojii irraa xiiqqeessu fi jajjabeesuun barbaachiisa akka ta,e irraati mariin godhamee jira. yoo deegarsii gara maatii fi gara mana barnootattin walin tane hojennaan hanqinoota gaama hundaa jiru fuuree fooyyaa,insaa qabxii barattoota keenyaa tuumsa barbachisuu hunda akka gonuu waa,adaa galame jira. Koreen Gamtaa maatii barattoota keenyaa barnoota isaan barachuu keessati gahee keenyaa bahaachuu qabna ja,an jiru. mannee barnoota iddon qormaata Yuunivarsiititii akka ta,e barattoota ammaa irra xinsammuu isaan ijaru maatiin ammaa irraa jalqabe xinsammuu ijoolee ijaru fi jajjabeessuu akka qaban. hubbaana kanname jira. Tuutooriyaaliin barattootaaf kennamaa jira.
It/Gaf/Waajjira Barnootaa obbo akka jedhanitti
Barattoon hanqinoota gara baruu-barsusuu wajjin walqabatu fi wantoota guutamuu qabu Kanneen akka keemikaloota labratoorii jiru akka guutamuuf gaffatan jiru.
hanqinoota kana dhaawaatan qabane akka fuuramu akka qabu ittigaaffataman waajjiraa barnoota obbo Abdurahman yuusuf deebbiisan jiru
itti gaaffataman wajjiraa paarti obbo . Nuti akka mootummaatis akka paartittis mana barnootaa keessati wantoota deegarsa barbaachiisuu hundaa isiin bira jira ja,an.
Maatin ga,ee isaa bahaanan barsiisan ga,ee isaa bahaanan barttooni ga,ee issa bahaanan. Barattoo keenyaa firii garii ni galmeessu ja,an
31/05/2023
tahuu Bulchaa Obbo Dubbatanii jiran.
, Caamsaa 23/2015 Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti mariin guyyaa arraa Hoggantoota Aanaalee fi Manguuddota fi Hadhoolii siiqee Nageenya waloo gama lamaanii irratti mariyatamee jira. Marii kana kan qopheessan dhaabbata EIP(Ethiopian institute of peace)
Bulchaan Bulchinsa Aanaa Cinaaksan obbo akkana jedhan,
"Hawaasni gama lamaanuu eysumaafi Soddaa walii tahuun duudhaa waliin jireenyaa guddaa kan qaban tahuun beekamaadha, garuu diinni qoqqoodee itti fayyadamuun wal nyaachisaa waan tureef amma booda gahee jira manguddoon nageenya fiduuf hojachuu akka qabaniis dubbatee jira.