08/02/2026
Masud Mohammed Ahamed
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Masud Mohammed Ahamed, Library, Harar.
08/02/2026
30/12/2024
30/12/2024
02/07/2024
"Uummanni Godinaalee Wallaggaa hiree aarsaa qaaliin argate tifkachaa jira!" Obbo Fiqaaduu Tasammaa
-----
Daawwanna misoomaafi marii uummataa Godinaaalee Wallaggaa Arfanitti gaggeeffame irraa bu'aa guddaan argamuu Itti Gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa ibsa miidiyaaleef kennaniin ibsaniiru.
Ibsa isaanii kanaan Godinaaleen Wallaggaa qabeenya uumamaan kan badhaadhe biyyee gabbataa, roobaa fi qilleensa gaarii oomishaaf ta'u kan bosonaanis badhaadhe ta'uu ibsuun, pootenshaala kanarratti hojjetame biyya keenyarra darbee Afrikaaf kan ga'u ta'uu eeraniiru.
Kaayyoon daawwannaa kanaas haala uummanni keessa jiru ilaaluu, inisheetiiviiwwan adda addaa akkamiin hojjetamaa akka jiran hordofuu, hawaasa dubbisuun yaada isaanii fudhachuun hanqinaafi cimina jiru adda baasuun xiyyeeffannaan irratti hojjechuuf ta’uu dubbachuun daawwannaa taasifameenis tokkummaan ilaalchaafi gochaa dabaluun misooma irratti hawaasni hirmaachaa jiraachuu himaniiru.
Uummanni Godinaalee wallagga Arfanii sirna isaafi hooggansa jijjiiramaa jabeessuuf wareegama guddaa kan kanfale; waraana Kaaba Itoophiyaatti muudate irrattis birmadummaa biyyaa kabachiisuuf ijoollee isaa erguufi deeggarsa garaa garaa gumaachuun gahee isaa bahachaa turuu himaniiru.
Kana malees, uummanni kun filannoo biyyaalessaa irrattis hirmaannaa olaanaa taasisuu kan himan Obbo Fiqaaduun hiriiree galmaa'uufi sagalee kennuun hooggansa isaaf ta’u sagaleesaan bakka buufachuu dubbataniiru.
Aantummaa sirnichaaf qaburraa ka’uun gama tokkoon waraana keessa taa’ee Shanee ofirraa qolachuun gama biraan misooma irratti adda durummaan hirmaachuun jijjiirama wareegama qaaliin argate itti fufsiisuuf tumsa guddaa gumaachaa jiraachuu kan hubatan ta'uu kaasaniiru.
Daawwannaa hojii Godinaalee Wallaggaa arfanitti taasifame ilaalchisuunis raawwii misoomaafi Pirojektii gabaasaan dhaga'uu caalaa qaamaan argamnee akka hubannuufi tumsinuuf daawwannaan kun kan isaan gargaare ta'uu himaniiru.
Galmoota Paartii Badhaadhinaa afran wabii nyaataa mirkaneessuu, al ergii guddisuu, oomisha alaa galu kan biyya keessaan bakka buusuufi carraa hojii uumuuf sochiin taasifamaa jiru guddaa ta'uu eeruun, oomishaafi oomishtummaa dabaluufis kilaasteraan oomishamaa jiraachuu kaasaniiru.
Uummanni Godinaalee Wallaggaa rakkoolee bu'uuraalee misoomaa kanneen akka daandii, ibsaa, fayyaa, barnootaafi gabaa akka qabus daawwannaa taasifameefi gaaffii hawaasaan hubannee waan jirruuf dhaabbilee misoomaa waliin qindaa'uun rakkoo jiru furuuf kan irratti hojjetamu ta'uu ibsa kanaan himaniiru.
Yeroo ammaas bakka hedduutti gaggeessaan kutannoo qabu hojii hunda qindeessee nageenyaafi misooma walfaana hojjetuufi hooggansi misoomaa uumamaa jiraatus gandoota irratti hojiin dandeettii siyaasaa cimsuufi bu'uuraalee misoomaa babal'isuu hojii xiyyeeffannoo kan barbaadu ta'uu eeraniiru.
Daawwannaan Godinaalee Wallaggaa afranitti taasifame milkaa'aafi kan uummatatti abdii h**e yoo ta'u, daawwannaan akkanaa kun godinaalee biroottis kan itti fufu ta'uu obbo Fiqaaduu Tasammaa ibsaniiru.
Facebook:
https://www.facebook.com/oromiabc
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
YouTube:
https://www.youtube.com/
------
TikTok: tiktok.com/
------
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------
kallachaOromia: https://m.facebook.com
Yaa Rabbi Ummata keetiif dirmadhu
02/07/2024
Akkam Namatti tola! Gaaddisa Mana Murtii Aadaa
— Harargee Lixaa
— Aanaa Xulloo
— Magaalaa Dabbasoo
02/07/2024
01/07/2024
01/07/2024
Congratulation, Congratulation
Baga Guyyaa Xumura firii keeysanii geeysan ! Jaallan koo Baga gammaddan Baga gammanne!
Click here to claim your Sponsored Listing.
Location
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Harar
111111
