Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Bahaa

Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Bahaa

Share

EHZFD

10/03/2026
Photos from Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Bahaa's post 18/02/2026

Waajjirri Maallaqa Godina Harargee Bahaa Gamaaggama Raawwii Karoora Hojii Ji'a 6 Caasaa Aanaalee fi Magaaloota Waliin Bakka Itti Gaafatamaan Waajjira Maallaqaa Godinichaa Obbo Musxafaa Jamaal argamanitti Magaalaa Hararitti gaggeessaa jiru.
========
Waltajjii Gamaaggama Raawwii Karoora hojii kanaan gabaasni Raawwii hojii Kurmaana 2ffaa dhiyaachuun Hanqinootaa fi Ciminoota raawwii keessatti qunnaman adda bahe irratti mariin erga gaggeeffame booda akkaataa hanqinoota maqsuun Ciminoota caalatti itti fufsiisuun danda'amu irratti xiyyeeffachuun Kalkattiin hojii fuula duraa ni kennama jedhamee eeggama

Photos from Bulchinsa Godina Harargee Bahaa's post 18/02/2026
Photos from Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Bahaa's post 07/02/2026

Gamaaggamni Raawwii Hojii baatii jahaa gaggeeffame.

Amajjii 30, 2018
Biiroon Maallaqa Oromiyaa Raawwii Hojii Karoora Ji'a 6 bara 2018 Miseensoota Manajmantii Godinaalee fi Bulchinsa Magaaloota Waliin Godina Harargee Bahaa Magaaalaa Hararitti Gamaaggamaa Ture Milkaa'inan Goolabeera.

Kallattiin raawwii hojii kurmaana itti aanuu Aantoota Hogganaa Biiroo Maallaqa Oromiyaa Dr.Ashannaafii Tashoomaa fi Dr.Mahaammadnaasir AbbaaJamaalin kennamuun goolabame.

Xumura irrattis Keessummota Godinaalee fi Magaalotaa Oromiyaa irraa gamaaggamicharratti hirmaachaa turaniif Waajjirri Maallaqaa Godina Harargee Bahaa kennaa isaaniif kennuun gaggeessee jira.

Photos from Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Bahaa's post 06/02/2026
Photos from Waajjira Maallaqaa Godina Harargee Bahaa's post 06/02/2026

Biiroon Maallaqa Oromiyaa Gamaaggama Raawwii Hojii Karoora Ji'a 6 bara 2018 Miseensoota Manajimantii Godinaalee fi Bulchinsa Magaaloota Waliin Godina Harargee Bahaa Magaaalaa Hararitti gamaaggamaa jira.
======
Waltajjiin Gamaaggamaa kunis bakka Hoggantootni Itti Aantoota Biiroo Maallaqa Oromiyaa Dr.Ashanaafii Tashoomaa fi Dr.Mammadnaasir AbbaaJamal , Bulchaan Godina Harargee bahaa Aaddee Miski Mohammed ,Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhina Damee Godinichaa Obbo Habtamu Tesfaye argamaniitti gaggeeffamuu kan eegale yoo ta'u;
Gamaaggama Kanaan Gabaasni Raawwii Karoora Hojii kurmaana2ffaa Godinaalee fi Magaaloota dhiyaachuun Hanqinootaa fi ciminoota hojii keessatti mul'atan adda bahan irratti Mariin bal'aan erga gaggeeffame booda ,kallattiin Hojii fuuladuraa ni kennama jedhamee eegama.

Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address

OROMIYAA
Harar

Opening Hours

09:00 - 17:00