waanofii koo

waanofii koo

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from waanofii koo, Harar.

01/01/2026

Wishing all our friends and partners a Happy New Year as the global community rings in 2026!

Remember, you’re 8 years younger though when you 🇪🇹

Photos from waanofii koo's post 11/07/2025

Lammummafi dargaggoota!!

Tola Ooltummaan hojii Eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha.

Adolessa 4/2017 Qindeedummaa gurmuu dargaggoota paartii badhaadhina damee Oromiyaattin hojii tajaajjila lammummaa.

dargaggootan ganna kana hojjatamuf karoorfaman Godina Harargee bahatti bakka hooggansi Ol'aanan Gurmuu dargaggota biyyattifi Naannoo, Naannoo argamaniiti jalqabisiifni taasifame.

Photos from Oromia Prosperity Party Youth Wing's post 11/07/2025
Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Harar