wajjira galiwwani godina harargee bahaa

wajjira galiwwani godina harargee bahaa

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from wajjira galiwwani godina harargee bahaa, Government Organization, harar, Harar.

Photos 20/03/2026
11/08/2025

Kaffaltoota Taaksii yeroo kaffaltii seeraan isaaniif kenname keessatti dhiyaatanii amanamummaafi tasgabbiin gibira isaanirraa barbaadamu kaffalaniif kabajaafi galata guddaa qaban ibsuun, kaffaltoonni taaksii sadarkaa ‘C’ sababoota adda addaafi rakkoo humnaa oliin kaffaltii isaan irraa eegamu osoo hin kaffaliin harca’anii hafan ammoo adabbiin seeraan taa’e akkuma yeroon osoo hin kaffalin turan dheeratuun adabbiin waan itti guddataa deemuuf adabbii kana jalaa baraaramuuf giddu-gala gibirri itti kaffalamutti dhiyaatanii akka kaffalan hubachiisna.

Kaffaltoonni taaksii sadarkaa ‘B’ hanga Qaammee 5/2017 qofaatti yeroo qabu. Kanaaf sagantaa taa’eef kana keessatti ragaa taaksii sirrii itti hojjetaa turan qabatanii waajjiraalee galiiwwanii Aanaalee keenya sadarkaan jiraniti dhiyaatanii kaffaluu akka qabdan beeksifna.

31/07/2025

kabaajamtoota Kaffaltoota Gibiraa sadarkaa "C" godina keenya hundaaf kaffaltiin gibiraa guyyoota 6 qofatu isiniif hafe.kanaaf guyyoota hafaan kan keessatti dhuftaani dirqaama keessan bahaachu yoo battan dhalaa fi addabbiin akka isinirati buufamu isiin hubbaachifna.

18/07/2025

Kaffaltoota Taaksii/Gibiraa godina keenya hundaaf kaffaltiin guyyoota 19 qofatu isiniif hafe.kanaaf guyyoota hafaan kan keessatti dhuftaani kaffaltaa gibiraa keessan akka rawwaatan

Want your business to be the top-listed Government Service in Harar?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

Address

Harar
Harar