Holeta City Tourism Office

Holeta City Tourism Office Hoolataa Haa Misoomsinu!

07/10/2026

Irreechi Malkaa Hoolataa bara 2019, Fulbaana 30, 2019 kabajama.
!

Irreechi Malkaa Hoolataa bara 2019, Fulbaana 30, 2019 kabajama.Baga Geessan!
07/10/2026

Irreechi Malkaa Hoolataa bara 2019, Fulbaana 30, 2019 kabajama.
Baga Geessan!

03/10/2026

Irreechi mallattoo tokkuummaa, ibsituu heddumminaafi miidhaginaati.

Irreechi mallattoo tokkuummaa, ibsituu heddumminaafi miidhaginaati.
03/10/2026

Irreechi mallattoo tokkuummaa, ibsituu heddumminaafi miidhaginaati.

02/10/2026

Simannaa Keessummoota Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Arsadee deemaniif taasifame

Suuraa Simannaa Keessummoota Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Arsadee deemaniif taasifame
02/10/2026

Suuraa Simannaa Keessummoota Irreechaa Hora Finfinneefi Hora Arsadee deemaniif taasifame

Irreeffattoota Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadee deemaa jiraniif simannaan taasifamaa jiraFubaana 22, 2019 - Irreef...
02/10/2026

Irreeffattoota Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadee deemaa jiraniif simannaan taasifamaa jira

Fubaana 22, 2019 - Irreeffattoota Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadeef karaa Karra Gafarsaa dhufaa jiraniif seensa magaalaa Hoolataa irratti Abbootii Gadaa, hoggansa bulchiinsa magaalichaa, foollee, qeerroofi qarreen simannaan taasifamaa jira.

01/10/2026

Hoolataa: Qophii simannaa Irreeffattoota Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadee Dhaabbileen Turizimii taasisan

Jala Bultii Kabaja Ayyaana Irreechaa Bara 2019 sababeeffachuun Hoteelonni Magaalaa Hoolataa keessummoota Irreecha Hora F...
01/10/2026

Jala Bultii Kabaja Ayyaana Irreechaa Bara 2019 sababeeffachuun Hoteelonni Magaalaa Hoolataa keessummoota Irreecha Hora Finfinneefi Hora Arsadii Magaalaa Hoolataa keessa qaxxamuranii kara karra Gafarsaa Finfinnee seenan simachuuf qophii hundaa xummuraniiru

29/09/2026

Hoolataa: Fulbaana 19, 2019 - Ayyaana Irreechaa bara 2019 sababeeffachuun agarsiisniifi baazaarii Irreechaa Magaalaa Hoolataatti baname.

Address

Main Road
Holeta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Holeta City Tourism Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share