Guba koricha Woreda Health Office

Call Website Contact the organization

Guba koricha Woreda Health Office Fayyaan faaya

13/10/2026
27/09/2026

🏥 Wajjira Fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa
🏢 Buufata Fayyaa Kaammoonaa
📅 Fulbaana, 2019
🎬 Dokumentarii gabaabaa hojiirra oolmaa Istandardii Foyya'insa Gulantaa Dhaabbata Fayyaa (HFSI) Buufata Fayyaa Kaammoonaa keessatti hojjetame kan agarsiisu kana daawwadhaa. 👇.
✨ "Fayyaan Faaya!"

Paagumee 1/2018 | Gubbaa Qorichaa​Godina Harargee Lixaa Aanaa Gubbaa Qorichaatti Paagumeen 1 "Guyyaa Oomishtummaa" sagan...
06/09/2026

Paagumee 1/2018 | Gubbaa Qorichaa
​Godina Harargee Lixaa Aanaa Gubbaa Qorichaatti Paagumeen 1 "Guyyaa Oomishtummaa" sagantaalee garaa garaan sirna hoowwaa ta'een kabajamaa jira.
​Guyyaa kana sababeeffachuun Buufata Fayyaa Kommoonaatti Kilaastara Oomisha Boqqoolloo dabalatee hojiileen Buufata Fayyaa Ceesisuun walqabatanii hojjatamaa jiran hoggansa aanatiin daawwatamaniiru.
​Daawwannaa kanaan Buufatni Fayyaa iddoo tajaajila yaalaa qofa osoo hin taane, iddoo oomishtummaan itti mirkanaa'uudhaan fakkeenya ta'uu fi barumsaa itti fudhatamu akka ta'e ilaalameera.
​Sagantaa kana irratti:
• ​Obbo Kamaal Bashiir — Bulchaa Aanaa Gubbaa Qorichaa
• ​Obbo Maaruf Imaam — Itti Aanaa Bulchaa Aanaa
• ​Aadde Gannoo Ahmad — Itti Gaafatamaa Siyaasa Paartii Aanaa
​dhihaachuudhaan hojiilee oomishtummaa buufata fayyichaatti raawwataman daawwataniiru.
​ weak//

Fayyaa Faaya!!

waxxabajjii/2018 Gulanta standadii  foyya'insaa dhabbiilee fayyaa oromiyaa(OHFSI) hojii irraa olchuu sadarkaa Aanaa Gubb...
29/06/2026

waxxabajjii/2018 Gulanta standadii foyya'insaa dhabbiilee fayyaa oromiyaa(OHFSI) hojii irraa olchuu sadarkaa Aanaa Gubbaa Qorichaa hojjatama turee sadarkaa jajjabeessa irraa gahee jiraa.
Dhabbiilee fayyaa Aanaa keenyaa keesaa jiran Buufata kamoona irraati gulantan kuni hojjatama turee yeroo amma buufatichi halkan fi Guyyaa wal qixaa tahee sadarkaa mamiltoota itti keessumessan irra gahee jira.Buufata fayya hawaata gochuuf ,mamiltootaf iddoo mijaata fi midhaaga fi qulqulluu uumuuf ,fayya hawaasa murteessa tahu kan hubate hoggansa ol'aannoo Aanaa hojjii bareeda kuni hojjatama sadarka kana gahuu isatiif gahee leenca taphatan jiruu.. yeroo muraasa booda hojiilee hundi xumure BF fayya dorgoma hin qabne tahe akka mul'atuu abdacha. hojiilee misooma ajaa'ibsisa tahee Buufata kana keessa hojjatama jiru guutuu isa gurra kan isin geenu taha

fayyaan Faaya!!!!

Wajjiraa Fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa**************************************** Muddee 19/2018  Wajjirii fayyaa Aanaa Gubb...
28/12/2025

Wajjiraa Fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa
****************************************

Muddee 19/2018 Wajjirii fayyaa Aanaa Gubbaa Qorichaa Yaa’ii Waliigalaa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa Gaggeesse.
Godina Harargee Lixaa, Aanaa Gubbaa Qorichaati fayyadamummaa hawaasaa roga hundaan jiru mirkaneessuu fi tajaajila fayyaa qulqulluu hawaasaaf dhaqqabsiisuuf, Guyyaa har'aa Yaa’iin Waliigalaa Inshuraansii Fayyaa Hawaasaa (IFH) akkasumas Sagantaan Sosochii TSEDU Gubbaa Qorichaa fi Sagantaan Sossochii Tumsa Dhaabbilee Fayyaa Bu’uuraa (EPAQ) dhimmoota Aanaa Ceesisuu wal qabatuu irraati haala miidhagaa ta’een bakka hoggansii ol'aanaa Aanaa,Hoggansi ol'aanaa Gandoota,Hojjattota eksiteeshini fayyaa ,Oggeessa Buufata fayyaa fi oggeessota mgt wajjiraa fayyaa hundi argamaniti gaggeeffameera.

Fayyaan faaya Horaa Bulaa.

update 21/3/2018
30/11/2025

update 21/3/2018

Address

Oromia Region

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Guba koricha Woreda Health Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Guba koricha Woreda Health Office:

Shortcuts

Share