01/08/2022
Dhaabani International Rescue Commite / IRC Damee Adaama Degaarsa meshaale mana pakeejii gutuu tahee hawaasa Kenya horsise bula qe'ee fi lafa isaa irra sababa walliti bu'insaan buqa'e Aanna Dalomanna ganda kalee Golba qubateef arjomaniruu galatooma jenan.
26/07/2022
Yeroo Busaan Gonofaa Damee Baalee hawaasa Kenya qe'ee fi lafa isaa irra sabaaba werara lafa nanno shaniin irra gaheen buqafaaman wajjin marii gaggesu. Anna Daloo manna ganda kalee Golba.
26/07/2022
Egaa akkuma as gubaati ilaaluf dandetaniiti Toori Facebuukiimaqaa Bale Busa Gonofa jedhuun kan baname tahuu isiin beksisaa, fuula kana irrati rakkowaan ummata Kenya mudatan karaa itti furuu dandenufi hojjiwaan rakko hawaasa kana furuuf hojjetamaan fkn hojjiwaan misomaa, gama motuma fi dhabilee miti motuumaan hojjetamaan waliif ibsuun alati hojjiwaan gama degarsaan lubbu hawaasa Kenya's bararuuf dalaagaman kan isiinif ibsa demnuu tahuu isaati. Kana cinaati isiin hundumtu hawaasa Kenya's kallati adda addan rakko ummamafi nam tolcheen dararamu kanaf gargarsa gochuuf tumsa addan him cine akkam gotaan isiin gafaana.
Hub:- Fulaa faceebuukii kana irrati wantoota hintanee post, tag gochuun Bayer dhorgadha galatooma.