12/09/2026
Qaajeelchi Poolisii Godina Baalee Miseensota Leenjii Hoggansaa Fudhatanii Dhufan Waliin Marii Gaggeesse.
Fulbaana 2/2019
Qaajeelchi Poolisii Godina Baalee miseensota leenjii hoggansaa fudhatanii dhufan waliin, bakka Ajajaan Qajeelcha Poolisii Godina Baalee, Ga/Komishinaraa Jeeylaan Amaan argamanitti, marii bal’aa gaggeessuun kallattii hojii kaa’anii jiru.