Manni kee qarqara galaana yoo ta'e naacha fira godhadhu.
Gurra Gurraacha Gaafa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Gurra Gurraacha Gaafa, Public swimming pool, Robe.
22/02/2024
Oromoo ta'uu kee himachuun dura Oromoon eenyu akka ta'e mirkaneeffadhu, achi booda eenyumma kee isa dhugaa ni argattaa.
Yeroo barreeffama adda addaa maxxansinu seera barreeffama qubee afaan Oromoo eegne barreessun barbaachisaadha.
Daandin imala kee keessa oolmaa saba keetif lakkaa'attu maal qabda?
Barnoonni hundee guddinaati jechi jedhu namoota baayyee biratti sadarkaa yaada qofa irra jira. Yeroo amma kana sirna barnoota haara keessatti kanneen rakkachaa jiran namoota gita hojiitin barnoota keessa jiraniidha. Ta'us garuu dhimmi bara kanaa dhimma tumsa hawaasa bal'aa gaafatudha. Hundi keenya dhaloota ceesisuuf haa tumsinu.
Click here to claim your Sponsored Listing.
