Robe town police communication

Robe town police communication

Share

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Robe town police communication, Government Organization, Robe.

Photos from Robe town police communication's post 13/09/2025



Fulbaana 3/2018 Bulchiinsa magaalaa Roobeetti Leenjiin Miniishaa guyyoota kudha shaniif (15) kennamu jalqabeera.

Leenjiin Miniishaaf kennamu kuni Leenjii Naamusa caasaa Nageenyaa cimsuu irratti kan xiyyeeffatuu fi Miniishaa Naamusa gaarii qabuu fi antummaan hawaasa isaa akka tajaajilu gochuu irratti kan xiyyeeffatu ta'u itti gaafatamaan Waajjira Miniishaa Bulchiinsa magaalaa Roobee Obbo Damissee Habeebee himaniiru.

Itti gaafatamaan Waajjira Nageenyaa Bulchiinsa magaalaa Roobee Obbo Umar Muhaammad Leenjiin kun Qor-qalbii caasaa Miniishaa keenya gabbisuu irratti kan xiyyeeffatuu fi caasaa Nageenyaa Nageenyaaf ijaaramee gochuuf leenjii kennamuudha jedhaniiru.

Leenjii Miniishaa guyyaa 15'f kennamu kana kan jalqabsiisan Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa magaalaa Roobee Obbo Jamaal Abbaagaroo yaada kennaniin Nageenyi amansiisaan guddinna Biyyaatiif murteessaadha jedhan.

Kanaaf immoo gahee guddaan kan caasaa Nageenyaati. Leenjii kanas naamusa Leenjichi barbaadun akka leenjii'an dhaamsa dabarsaniiru.

Leenjii kanaanis Caasaan Nageenyaa Arjooma Dhiigaa taasiisuun antummaa isaanii agarsiisaniiru.

Nagaan Hunda Keenyaaf

Photos from Robe town police communication's post 09/09/2025

( )

Want your business to be the top-listed Government Service in Robe?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Telephone

Website

Address


Robe