26/09/2026
Fulbaana 16,2019|BAAWO|Finfinnee
Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Abbootii Alangaa fi Hojjettoota Bulchiinsaa caasaa biirichaa sadarkaan jiran, akkasumas uummata Oromoo fi uummata biyya keenyaa hordoftoota amantaa kiristaanaa maraan baga ayyaana Masqalaa kan bara 2019 nagaan geessan ayyaanni kan nagaa, tokkummaa fi milkaayinaa akka isiniif ta'u hawwa.
Baga Geessan, Ayyaana Gaarii!