Baga Guyyaa Seenaa Qabeessa fi Mallattoo Injifannoo Uummata Gurraachaa Kan Ta'e Ayyaana Injifannoo Adawaa Waggaa 128ffaan isin gahe!!!
Ejensii Galmeessa Siviilii A/Dhidheessaa
Waajjira Ejensii Galmeessa Siivilii A/Dhidheessa
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Ejensii Galmeessa Siivilii A/Dhidheessa, Addis Ababa.
08/09/2022
Qondaalli Galmee Kabajaa Guyyaa har'aatii kaaftanii Kaffaltii armaan gadii kana hojii irra oolchuu qabdu.
Ergaa Ariifachiisaa
Namni kam iyyuu Daa'ima isaa osoo galmeessuuf Mana Barumsaa hin Geessiin dursa waajjira Ganda isaa deemuun Daa'ima isaatiif Ragaa Dhalootaa basuufiin dirqama akka ta'e beekuun barbaachisaadha.
kana ta'uu baannan Mana barumsaa Geessanii kisaara waan deebitaniif gamanumaan qophooftanii deemuun barbaachisaadha.
Mannen barnootaa Aanaa keenya keessatti argamtanu hundi kanuma beekuun akka hojii irra oolchitanu isin beeksifna.
Manajerri Gandaa Boqonnaa irra jirtanis guyyaa gaafa 23/12/2014 irraa kaastanii bakka hojii keessanitti argamtanii hojii kana akka milkeessitan ergaa keenya nii dabarsina.
Ejensii Galmeesssa Sivilii A/Dhidheessaa.
Qondaala Galmee kabajaa hundaaf.
hojiin galmeessa siivilii karoorri akkuma isin qaqqabee jiruu isa bara darbeerra dachaa waan dabalameef isin immoo gabaasa ji'a kanaa Qondaala Galmee Kabajaa Muraasa irraa kan hafee kan fidaa hin jirre ta'uun isaa nii beekama akkas jechuun immoo hojjetamaa hin jiru jechuudha kanaafuu karoora keessan hubachuun hojiitti galuu keessan gabaasaan akka nu beeksiftanu cimsinee isin beeksifna.
Ashenafi Belete Regasa:
Gabaasa Hojii Galmeessa taatee Duulaan hojjetamanii kan Dhaloota godinaaaf qaqqaban kan ji'a Eebilaa
1. Sooboo 87
2. Geephaa 68
3. Garaadoo 76
4. Geeshee 38
5. Gooroo 37
6. Isiyaa 58
7. Yemberoo 80
8. Madaraa 60
9. B/Kumuu 72
10 Saataa 47
11 Jaamiyaa 58
12 Geellaa 39
13 Siinessoo 7
14 Gibee 36
15 Oogoo 85
16 J/Gibee 46
17 Arbu 33
18 Haroo 79
19 Bumbaa 69
20 Garachoo 59
21 Dingoo 71
22 Buusii 76
23 Dhaamochaa 125
Ida.ama kan Dhalootaa 1,454 kan du'aa fi ga'ilaa wajjiin 1,500 ergineerra kanaanuu ammayyuu booda irra jirra waan ta'eef duulli itti haa fufu.
Gadoolee Qondaalli Galmee Kabajaa ykn Manajerri jiru hundumaaf
Taateen keenya raawwii ji'a ja'atiin baayyee gadi bu'aa waan ta'eef sadarkaa keessa baanerra kanaafuu Gandi tokko yoo xiqqaate ji'atti taatee 30 soddomaa fi isaa ol fiduudhaan sadarkaa Aanaa keenyaa haa foyyessinu
Manni maree Galmeessa Siivilii Aanaa Dhidheessa waltajjii taa'een dhimmota galmeessa taatee irratti erga mariyatee akkamittiin karoora keenya xumurree keessaa bahuu dandeenyaa kan jedhu irrattis mariyachuudhaan kallattii hoojii waliif kennineerra.
Nutis nii hojjennaa Waaqnis nu gargaara.
Yeroof hadhaabbatu kan jedhame taateen dhalootaa kan waggaa 18 olii akkuma duriitti itti haa fufu waan jedhameem ittuma fufaa hojjedhaa.
kabajamoo fi jaallatamoo Itti gaafatamtoota waajjira Bulchiinsa Gadaa/Manajaroota Gadaa 27 hundaaf
waajjirri Galmeessa Siivilii Aanaa Dhidheessaa qajeelfama labsii yeroo ataattamaa bahe hojii irra oolchuudhaaf waraqaan ragaa siivilii akkuma waraqaa Eenyuummaa Ragaa Dhalootaa Nama umuriin isaa waggaa 18 (kudha saddeetii ) olitiif akka hin kennamne waan jedhameef labsiin kun amma kaafamutti namni ragaa kana nama dhuufaf hojjetee kenne itti gaafatamummaa seeraa jalaa bahuu akka hin dandeenye gamanumaan isin beeksifna
Aanaa Dhidheessaa
Click here to claim your Sponsored Listing.
