Page / Kun kan Waajjira Publiik Sarviisii Misooma Qabeenya Namaa Bulchiinsa Magaalaa Baatuu tti. Page kana fayyadamuun yaadafi qeeqa kenna tajaajila Sek/Mag/Baatuuu keessa jiran irratti dhiyeeffadhaa.