Wajjirri Kilaastara Qonnaa Mag.Baatuu hojiileehangaa ammaa hojjateen kan nama boonsuu yoo ta'uu hoggansaa haarawa wajjiin Dhimmaa Qonnaa Magaalaa irratti waan addaa hojjachuufis hamilee guutun itti fufaa jira.