Mana Kitaabaa Ummataa Baatuu/ Batu Public Library.

Mana Kitaabaa Ummataa Baatuu/ Batu Public Library.

Share

Batu Public Library is a Public library that built in 2018 GC by FH Ethiopia. The library is located in Ethiopia, Oromia state, Batu city. Call us.

It's the first and the largest public library in city. We are found near Batu High and Preparatory school. It located south of the capital city of Ethiopia Addis Ababa 160 Km far.

16/01/2024

Batu island top view. Come and visit Lake Dembal

13/11/2023

Manni Kitaabaa Ummataa Baatuu banaadha...koottaa fayyadamaa.

Photos from Mana Kitaabaa Ummataa Baatuu/ Batu Public Library.'s post 05/07/2022

Batu recent........

18/03/2022

Fiigicha Hara Dambal Bit 11/2014 irraa hin haafinaa.....

28/01/2022

Barnoota Barnoota ammas barnootaa kana ta'uu qaba kaayyoon Oromoota.....

05/10/2021

Banaadha.
We are open.
Mana Kitaabaa Ummataa Baatuu.
Batu Public Library .

05/04/2021

Fayyadamtoota Mana Kitaabaa Ummataa Baatuu Maraaf
1. Gara mana kitaabaa yoo dhuftan haguggii afaanii hin dagatinaa.
2. Fageenya keessan eegati fayyadama.
3. Sanitaayzeerii fayyadamaa...
.........Fayyaa Walii Waliif haa eegnu.
.....M/K/U/Baatuu irraa.... Bito 27/07/2013 EC

22/03/2021

Haa Qayyabbannu Beekumsas haa dabalannuu dhaloota boriifis ofii haa ijaarruu...

30/01/2021

Sagantaa Mana Kitaabaa Ummataa Baatuu.
Wixataa hanga Jimaatatti
Ganama Sa'atii 2:30-6:30
Waaree Booda Sa'atii 7:30-11:30

Dhaloonni barate jiraachuu biyyaa tokkoof murteessadha.

29/01/2021

We are open since January 25/2021..

19/01/2021

Guyyaa 12/5/2013 Ayyaana Tajoo Roobaa Malkaa Shaallootti....

Want your business to be the top-listed Government Service in Ziway?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Telephone

Address

Batu High School Street In Front Of Mery Help Catholic School
Ziway
2002