Tahir Mahammed

Tahir Mahammed

Share

Walih all the best world uumah walih in the muslim allahu akbara💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯

13/06/2024
06/04/2022

Malaa'ikaan afur ni bu'an
1- Jibriil
2- Miikaa'iil
3- Israafiil
4- Izraa'iil
1_Jibriil akkana jedhe
Yaa habiibii Yaa muhammad akkana jedheen maal jetta Yaa jibriil akkana isaan jedheen namni salawaata kudhan sirratti buuse ganamaa fi galgala isa buta siraaxa irraa akka bakakkaatti .
2_Miikaa'iil akkana jedheen
Yaa habiibii Yaa muhammad akkana isaan jedhe maal jetta Yaa miikaa'iil akkana isaan jedhe miikaa'il namni salawaata kudhan sirratti buuse ganamaa fi galgala isaaf kenna dhugaatti ka isii booda hin dheebonne abadan .
3_Israafiil akkana jedheen
Yaa habiibii Yaa muhammad akkana isaan jedhe maal jetta Yaa israafiil akkana isaan jedhe namni salawaata kudhan sirratti buuse ganamaa fi galgala sujuuda bu'a arshii rabbii jalatti mataa kiyya oli hin qabadhu haga rabbiin isaaf araaramutti
4_Izraa'iil akkana jedheen
Yaa habiibii Yaa muhammad akkana isaan jedhe maal jetta Yaa Izraa'iil akkana jedheen namni salawaata kudhan sirratti buuse ganamaa fi galgala ruuhii isaa ni fuudha akk*ma fuudhamtu rifeensi qooshaa keessaa,
Salawaata haa buufnuu
ergamaa rabbi irratti. |
Sallallaahu aleyhi wasallam
Sallallaahu aleyhi wasallam
Sallallaahu aleyhi wasallam

03/03/2022

aa Rabbi badiiwwan Keenyaaf Nuu araarami!Diinal Islaam keessatti beek*msa barbaaduu fi hojii gaggaarii hojjachuun barbaachisaadha. Haata'utii sana waliin amrii hunda keessatti Rabbiin irratti irkachuu fi du’aayi baay’isuun wanta hafuu hin qabneedha.Du’aayi tana haa baay’isnu:ﺭَﺑَّﻨَﺎ ﻓَﭑﻏۡﻔِﺮۡ ﻟَﻨَﺎ ﺫُﻧُﻮﺑَﻨَﺎ ﻭَﻛَﻔِّﺮۡ ﻋَﻨَّﺎ ﺳَﻴَِّٔﺎﺗِﻨَﺎ ﻭَﺗَﻮَﻓَّﻨَﺎ ﻣَﻊَ ﭐﻟۡﺄَﺑۡﺮَﺍﺭِ"Rabbanaa faghfirlanaa zunuubanaa wakaffir annaa sayyi’aatinaa watawaffanaa ma’al-abraar"“Gooftaa keenya! Badiiwwan keenya nuuf araarami; hamtuuwwan keenyas nurraa harcaasi; warra abraar wajjiinis nu ajjeesi.” Suuratu Aali-Imraan 3:193 (Abraar jechuun warra iimaana fi taqwaa qabanii fi toltu baay’isanii hojjataniidha.)

22/01/2022

DEAREST DUAThe Prophet Mohammad ﷺ saidThe uttering of (these words)ﺳُﺒْﺤَﺎﻥَ ﺍﻟﻠَّﻪِ ﻭَﺍﻟْﺤَﻤْﺪُ ﻟِﻠَّﻪِ ﻭَﻻَ ﺇِﻟَﻪَ ﺇِﻻَّ ﺍﻟﻠَّﻪُ ﻭَﺍﻟﻠَّﻪُ ﺃَﻛْﺒَﺮُSubhanallahi walhamdhulillahi wallaailaha illallahu wallahuakbar"Hallowed be Allah; all praise is due to Allah, there is no god but Allah and Allah is the Greatest,"is dearer to me than anything over which the sun rises.Sahih Muslim 2695Jami` at-Tirmidhi 3597The Prophet Mohammad ﷺ struck the tree with his staff, making the leaves fallThen he said :By saying this dua , cause the sins to fall from the worshipper, just as the leaves of this tree fallJami` at-Tirmidhi 3533

23/07/2021

all muslim uumah juma mubarak

10/07/2021

asalamualey k*m

Photos 08/01/2021
Want your business to be the top-listed Government Service in London?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Category

Website

Address

London