Gola Oromiyaa

Gola Oromiyaa

Share

This is Gola Oromiyaa official social medias accounts. Gola Oromiyaa is:
• Digital creator, journalist, human rights activist.

20/05/2026

Premier League champions of 2025/2026!
Congratulations Team Gunners Arsenal 🎉🎉🎉🏆🏆🏆!!.

20/05/2026

“Qabsaa'onni Oromoo aarsaa hedduu kaffaluun bakka har'a jirru kanaan nu ga'ani. Karaa garagaraa fi ilaalcha adda addaa qabaachun qabsoon taasifame walitti dabalamee jiraachuu uummata Oromoo har'aaf sababa ta'e. Qabsaa'onni akka Nadhii Gammadaa fi Badhoo Dachaas fa'i garuu ilaalchi isaanii hundeen Oromummaa bu'uura Heera Gadaa waan ta'eef warra harka tokkotti ergama warra adii baachaa harka tokkotti Oromummaa himataniin galaafataman.
Namni dubbii Jaal Nadhii Gammadaa waltajjii garagaraa irratti dubbate dhaggeeffatee dhabamsiifamuu isaaf sababni maal akka ta'e hintilmaamne fi gaddi itti hindhagaa'amne nama namummaa hinqabne ta'a. Kan du'e awwaallattee teessa kan jiraa dhabamsiifame garuu haga lubbuun sikeessa jirtutti sikeessa hinbadu.
Warri ta'ii bara sanii deemaa Mallas gaafadhaa jedhee refer nuuf barreessuu silaa Mallas oljedhee nutti hin himuu bakka waliin dhoksan osoo nutti himanii irra wayyaa ture.”

Urgeessaa Tuujjoo

Photos from Gola Oromiyaa's post 20/05/2026

Congratulations Team Arsenal 🎉👌🏽.
Premier League champion of the year Arsenal 🏆😁

15/05/2026

“ Komaandar Baanataan namoota sivilii qofa osoo hin taane miseensotuma poolisiituu ajjeesaa ture
====••••====
“Namni suuraa irratti argiten kun Hassan Turaa jedhama. Magaalaa Bishooftuu, buufata Sunshine keessatti miseensa poolisii ture. Bara 2016 keessa gaafa tokko walgahii irratti yakka garagaraa Komaandar Baanataan shiftee Misaa jedhamu waliin hojjatu saaxile. Galgaluma san Baanataan ajjeese.”
Jawar Mohammed

Photos from Gola Oromiyaa's post 15/05/2026

“ ASALLAA: Qondaalota malaammaltummaa boba'aatiin ummata saamaa, tiraaktaroonni hojii dhaabanii waqtiin omishaa dabru taasisa jiraniin walbaraa!

1) Sime Tsagaye ( Katiibaa): kan maqaa pirojekitin rootton woraabee gurguru
2)Muzayiin Amaan: Hoogganaa Wajira Daldalaa: Kan maallaqa fudhatee xalayaa barreessu
3) Muhammad Jaarra: Hogganaa Waajjira Geejjibaa kan konkolaattota ummata fe'an irraa maallaqa fudhatee maaddayaa ergee guuchisu.
4)Komaandar Baanataa Bokkoo: Hoganaa Qajeelcha Polisi Magaalaa kan humna poolisii maaddayaatti ramadee abbootii konkolaataa irraa maallaqa fuudhanii hiriira bira dabranii akka waraaban taasisu.”
Jawar Mohammed

13/05/2026

“Bulchiinsi Bishooftuu kan torbanuma kana abbaa qabeenya tokkoof maqaa invastimantiin lafa HEEKTAARA 50 kenneef, loltoota waraanaratti miidhaman kanaaf kaaree 105 kennuu didee rakkisaa jira”.
======== Jawar Mohammed=========

13/05/2026

“Bulchiinsi Bishooftuu kan torbanuma kana abbaa qabeenya tokkoof maqaa invastimantiin lafa HEEKTAARA 50 kenneef, loltoota waraanaratti miidhaman kanaaf kaaree 105 kennuu didee rakkisaa jira”.
======== 215693:2048:Jawar Mohammed ========= Part 8

13/05/2026

“Bulchiinsi Bishooftuu kan torbanuma kana abbaa qabeenya tokkoof maqaa invastimantiin lafa HEEKTAARA 50 kenneef, loltoota waraanaratti miidhaman kanaaf kaaree 105 kennuu didee rakkisaa jira”.
======== 215693:2048:Jawar Mohammed ========= Part 7

13/05/2026

“Bulchiinsi Bishooftuu kan torbanuma kana abbaa qabeenya tokkoof maqaa invastimantiin lafa HEEKTAARA 50 kenneef, loltoota waraanaratti miidhaman kanaaf kaaree 105 kennuu didee rakkisaa jira”.
======== 215693:2048:Jawar Mohammed ========= Part 6

Want your business to be the top-listed Government Service in Asella?

Click here to claim your Sponsored Listing.

Location

Website

http://www.tiktok.com/@golaoromiyaa6, https://www.instagram.com/golaoromiyaa7?igsh=MXhvem9ib

Address

Africa
Asella
00610