Ayyana Adiwaa ilaalchisee Fooxeen /Kottee dudaan Finfinnee keessaa ookara kaasuu yaalaa jiru. Offeeganno.
Falmaa Oromoof Oromiyaa
Gaafa nama badhaasu badaas nama hin dhamasu
25/02/2023
Akkuma Leenjii xummuraniin utuu rasaassa tokko illee hin dhukaasin galii ta'aniru.
Yoo mootummaan tarkaanfii irratti hin fudhatiin gadii lakkisee tarkaanffii keessa deebii hin qabnee irratti fudhachuuf qophii xummureera❤️💚❤
fi Horii isaani beelaan yammuu dhuma callisani ilaalun Oromoo fixuuf karoorfatanii waan jiranif callisani ilaalaa jiru Oromoon damaqii saba kana bira dhaabbadhu.
Mootummaan Fedeeraalaa fi Mootummaan naannoo Oromiyaa dhimma Booranaa maaliif Callisani???😭
14/02/2023
Gareen kanaan dura Magaalaa Naqamtee keessatti jechuun of waamanii fi qabsoo fi tarkaanfii QBO Magaalaa Naqamtee irratti fudhateen biyyaa baqattee jirtu kanneen akka , , fi kkf yeroo ammaa immoo karaa harcaatota isaanii magaala Naqamteetti hafanii jiranii fi Bataskaana maadheffatanii turan ammas mana suuraa fi jedhamutti ammas wal ijaaraa akka jiranii fi simannaa Phaaphaasotaa keenyaaf tibbana taasifamaa jiru irrattillee rakkoo uumsuuf tattaaffii gochaa akka jiranii fi turan bira geenyeerra.
Kanas abbuummaadhaan qindeessaa kan jiran fi kan jedhaman yammuu ta'u maallaqaan immoo namootni armaan olitti tarreeffaman Finfinnee taa'uudhaan deeggaraa jiraachuun bira gahameera. Nus gidduu kana walitti deebina waan itti jirtan hin dagatinaa. Bakka warri kaan deemanitti isin erguun geesseetti nu'eegaa.
Habadan sichi Oromoon biyyaa isaa irratti mirga guutuu qabaata. IUOf
Shagar jettee amma imoo Ashaagreen💀
Click here to claim your Sponsored Listing.
